Oro Sport Zone


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Спорт


Our main channel @BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Спорт
Статистика
Фильтр публикаций


Baarseloonaan walii galtee taphattootasaa dheeressuuf dhiyaate.

Daayireektarri Ispoortii Baarseloonaa Deekoo'n akka jedhutti Baarseloonaan yeroo gabaabaa keessatti walii galtee Raafiinhaa, Ispaartii, fi Beernaal waliin qabu ni dheeressa.

Dursaan taphattoota kilabichaa Raafiinhaan barana goolii 14 Baarsaaf galche hanga 2030'tti achuma turuuf dhiyaateera.

Dargaggoonni ganna 19 Ispaartii fi Bernaal yeroo dheeraaf Istaadiyoo Kaampi Nuu turuuf murteessaniiru.

Dhiyeenyatti walii galtee ni mallatteessu akka Deekoo'n jedhutti.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Репост из: 🎰 BARO GAMES
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
📲💡 Akkaamitti Deepoziitii goona?

Baro Games irratti akkaawuntii keessan guuttachuuf tarkaanfiiwwan salphaa kanneen hordofaa፦

Gosa Kaffaltii Filadhaa: Wallet irratti Deposit tuquun filannoo kaffaltii (fakkeenyaaf Telebirr) filadhaa.

Hamma Qarshii Galchaa: Qarshii galchuu barbaaddan barreessuun Continue tuqaa.

Eejentii Filadhaa: Eejentii filachuun Confirm Deposit godhaa.

Qarshii Ergaa: Lakkoofsa eejentii Copy gochuun Appii Telebirriin qarshii ergaa.

Mirkaneessaa: Lakkoofsa daddabarsaa (Transaction Reference) Copy gochuun bakka Reference Number jedhutti Paste godhaa, dhumarratti Confirm Update tuqaa.

Ammuma akkaawuntii keessan guutachuun taphadaa! 💰✨

📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com
👉 Play in Telegram: @barogames_bot

━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


Sadarkaa kaleessaa taphattootni Baarseloonaa biyya isaaniif taphatan argatan.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Ispiid piroofaayila Instagram isaa IEketikee godhateera!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ




Репост из: 🎰 BARO GAMES
💳🔥 Ni danda'ama 💪 Baasii baankii filataniin!

Baro Games irratti qarshii mo'atan Telebirr, CBE Birr, M-PESA, eBirr, Abisiniyaa, Awaash, Daashin fi Siinqee Baankiidhaan salphaatti baasii godhadhaa! 💰✨

📲 Register & Play:
👉 https://Barogames.com | @barogames_bot

━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


Ispeen kan dura goru dhabame!

Rippabliika Cheek kan keessummeesse shaampiyooniin Addunyaa Ispeen goolii 3 fi 1'n moo'achuun dhibbantaa 100 injifannoon itti fufee jira.

Ispeeniif Yaamaal addunyaa ajab jechisiisa jiru daqiiqaa 6ffaarratti goolii galcheera. Dargaggeessi kun tapha Ingilaandii fi Kirooshiyaarratti daqiiqaa 2ffaarratti goolii galchuun ni yaadatama.

Taphoota 9'n darbanirratti gooliiwwan 14 galchuun kubbaawwan gooliif mijatan 5 hiriyoota isaaf kennuun maaliif ani 1ffaadha akka ofiin jedhu gochaan agarsiisaa jira.

Gooliiwwan 2'n hafan Roodrii fi Meeriinoon Ispeeniif galchanii jiru.

Ispeen taphoota 41'n osoo hin moo'amin itti fufte, qabxii 9'n ramaddii kana ni dursiti.

Ingilaand goolii 7 Kirooshiyaarratti roobsite qabxii 6'n 2ffaadha.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphatoota cimoo 100 jarraa 21ffaa akka canal+ filatetti.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphattoota cicimoo tapha Neeshiin Liigii marsaa 3ffaa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Qabxii tsphoota kaleessa taphatamani.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan dubartootaa tapha michoomaan Siisheels garaagarummaa guddaan injifateera.

Tapha michooma har'a garee lamaan giddutti taasifameen gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan dubartoota garee Sisheels 10 fi0 injifatee baheera.

Gareen Itiyoophiyaa tapha michoomaa lama Sisheels waliin taasiseen goolii 26 fi0 injifataniiru.

Warri Luusii tapha itti aanuu gulaallii Olompiikii 2028iif Ruwaanadaa waliin kan taphatan ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Kiristoos Zooliisii'f qorannoon fayyaa taasifamuufi.

Tapha biyyisaa Giriis Nezerlaandis waliin taphatterratti kan miidhame taphataan sarara gidduu Arsenaal ,Zooliis, har'a gara Kaaba Landanitti deebi'ee jira.

Qorannoo Giriisitti taasifameefiin miidhamni isa muudate torbee 2 hanga 3 dirreerraa isa fageessa jedhamee jira.

Giddu gala fayyaa Arsenaalitti har'a ykn boru qorannoon fayyaa akka taasifamuuf eeggama.

Miidhamni isaa torbee 3'f tapharraa kan isa fageessu taanaan tapha Liidsi, Notiingaam, Liil, fi Baayer Muuniik waliin kilabni isaa Arsenaal taphatuun ala ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Репост из: 🎰 BARO GAMES
🎰🔥 Taphoota Kaasiinoo 8,000 ol! — OVER 8,000 CASINO GAMES!

Baro Games irratti taphoota akka Aviator, JetX, Keno fi Bingo kessaa filachuun taphadaa, badhaasa guddaa mo'adhaa! 💰✨

📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com

👉 Play in Telegram: @barogames_bot

━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


Jireenya kee keessatti mindaan kee inni jalqabaa meeqa ture?

Kiristanoo፦🗣 "Jireenya koo keessatti mindaan koo inni jalqabaa ji'atti Yuuroo 50 ture; ji'a tokko hojjedheen maallaqa guutuu argadheen mana barumsaa kiyyaaf boorsaa fi kophee qofa bitachuu danda'e... Maallaqni sun guutummaatti wantoota lamaan kana bituuf qofa dhume..." 🥵🐐

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅ Tapha galgala har'aa irratti Paawu Kubaarsiif boqonnan akka kennamuuf Luwiis Deelaa foonteen mirkaneesseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Adriyaan Muutuu፦

"Guyyaa tokko galgala Zilaataan wajjin kutaa hoteelaa tokko keessa waliin rafne. Sana booda garuu naannoo halkan keessaa sa'aatii sagaliitti hirriiba gaarii keessa utuun ani jiruu, tasa miila lamaaniin garaa koo irratti utaalee bu'e! Anis naasuudhaan dammaqee 'Obboleessa koo maali? Maal taate?' jedheen gaafadhe.

....Innis dubbii dhugaa godhatee 'Mee ka'i natti dhiphateera... abjuu badaan arge! Ronaaldoo na caala jedheen arge!' naan jedhe.

Anis dinqisiifannaadhaan isa ilaalaa, rafuu waanan qabuuf dirqama 'Lakki obboleessa koo akkas miti tasgabbaa'i, sun abjuuma malee dhugaa miti, ati leenca...' jedheen; innis 'ufuu' jedhee boqotee daqiiqaa 2 keessatti deebi'ee rafe." 😂

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Doonarumman tapha eda galgala biyyaa isaaf tasiisee irratti kubbaa 7 qulachuu danda'eera🔥🔥


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Kiristoos Zooliis Torbanota 2–3f Turuu Danda’a!

Taphataan Arsenaal Kiristoos Zooliis, gareen biyyaalessaa Giriikii Nezerlaand waliin tapha "Nations League" taphatte keessatti miidhamuun dirree irraa ba’uun isaa ni yaadatama.

Gareen qorannoo fayyaa Giriikii erga qorannoo dabalataa gaggeessee booda, Zooliis miidhaa isaa irraa kan ka’e torbanota 2 hanga 3'f dirree irraa fagaachuu akka danda’u beeksiseera.

Zooliisis qorannoo fi yaala dabalataaf gara Landanitti deebi’eera. Kana hordofees, taphoota Piriimiyeer Liigii fi Shaampiyoons Liigii ji’a kana keessa Arsenaal qabu keessaa muraasa ykn hunda isaa dhabuu akka danda’u ibsameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


→Uffannaa(Maliyaa) taphattoota Baarseloonaa bara kana baay'inaan gurguraman:-

1. Yamaal
2. Raafinaa
3. Peedrii
4. Kubarsi
5. Roodrii
6. Gaavi
7. Gordon

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🟢Gooliin taphataan Biraayteen Liwiis Daank Kooveentrii iratti lakkoofsise goolii bareedaa Pirimeer Liigii Inglaand baatii fulbaanaa ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Показано 20 последних публикаций.