Ilaame yaa sone koo
yaa bareedu intaala
sinboo qabeeti koo
yaa goota jaalaala
maalidhaf gadditaa
maalif ofii jibiita
naa dabaare hin jeedhin
maalifan qoraame
osoo hin qoraamin
enyuutu carroome
qorramu kee hin jiibin
takkasi hin gaddin
inni olii sii kasuu
jiraa waaqayyoni
marrashan laafa qootu
qotoon mukaa muruun qoramee ,qaraametuu
malee yoomi akkasin ta'ee
namafi maal falee
ilamee sonee koo
ani waan sitti hima
haaga beekumsa koo
jeete hin dhiphaatin
kan koo carran maali
hunduu harkaa waaqayyoti
garaa isaa ilaali
inni turee hunduu
garumadhaf malee
inni yoom sii dagaate
achii sirra goree
Anii dhugaan sitti hima
isaan sirra bare
ati baree jaabduudha
namaatu siif hin agaree
siin beekaniif malee
ati bar qaliidha
salphaati hin argaamtu
gatiin kees gudaadha
kaanaf siita hima
hangaa beekumsa koo
hamiileen kee hin caabin
jaabadhu sone koo
goota akka dhiraa
siin argee sone koo
siit fakkesuf mitii
kunii dhugaa keessa koo
guddan sii jaaladha
naaf gammadi sone ko
yaa bareedu intaala
sinboo qabeeti koo
yaa goota jaalaala
maalidhaf gadditaa
maalif ofii jibiita
naa dabaare hin jeedhin
maalifan qoraame
osoo hin qoraamin
enyuutu carroome
qorramu kee hin jiibin
takkasi hin gaddin
inni olii sii kasuu
jiraa waaqayyoni
marrashan laafa qootu
qotoon mukaa muruun qoramee ,qaraametuu
malee yoomi akkasin ta'ee
namafi maal falee
ilamee sonee koo
ani waan sitti hima
haaga beekumsa koo
jeete hin dhiphaatin
kan koo carran maali
hunduu harkaa waaqayyoti
garaa isaa ilaali
inni turee hunduu
garumadhaf malee
inni yoom sii dagaate
achii sirra goree
Anii dhugaan sitti hima
isaan sirra bare
ati baree jaabduudha
namaatu siif hin agaree
siin beekaniif malee
ati bar qaliidha
salphaati hin argaamtu
gatiin kees gudaadha
kaanaf siita hima
hangaa beekumsa koo
hamiileen kee hin caabin
jaabadhu sone koo
goota akka dhiraa
siin argee sone koo
siit fakkesuf mitii
kunii dhugaa keessa koo
guddan sii jaaladha
naaf gammadi sone ko