Kessa debbi 4;35
Isin garuu gooftichi Waaqayyo akka ta'e, isa bukkeettis kan biraa akka hin jirre akka beektaniif, isinitti argisiifameera. 36 Inni isin gorsee deebisuudhaaf waaqa irraa sagalee isaa akka dhageessan godhe; lafa irratti ibidda isaa isa guddaa isin argisiise; ibiddicha gidduudhaas dubbii isaa in dhageessan.
@Seenaa_Tube