➡️ Waa'ee Software Engineering.
📚 Software Engineering'n damee injinariingii yeroo ammaa barattoota hedduun biratti jaallatamaa jiruudha. sooftiweerota adda addaa (System or application softwares) uumuu fi hojjechuuf field'n yunivarsiitiiwwan keessatti dhiyaatu 'Software Engineering' jedhama.
📚 Sagantaa digirii jalqabaan software engineering'n waggaa meeqa fudhata?
⏳ Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa hedduun keessatti yeroo baayyee waggaa 5'f baratama.
📚 Barataa akkamiitu Software Engineering seenuu qaba?
🌟 Software Engineering seenuuf program irratti fedhii kan qaban seenuun filatamaadha. programming Software Engineering keessatti kennaman irratti gaarii ta’uuf Mathematics (keessattuu discrete mathematics) irratti gaarii ta’uun barbaachisaadha.
📚 Barattoonni Software Engineering seenan wantoonni isaan beekuu qaban maali❓
🎯 Barataan Software Engineering baratu tokko barnoota Programming Language armaan gadii fudhachuu fi beekuun dirqama.
📚 Programming language keessaa isaan warreen ijoon muraasni
👨💻• C++
👨💻• JAVA
👩💻• PYHTON
👨💻• C#
👩💻• HTML
👨💻• CSS
👩💻• JAVASCRPT
👨💻 PHP
📚 Barataan Software Engineering eebbifame tokko hojii akkamii hojjechuu danda'a❓
📚1. Applications Developer
📚2. Cyber Security Analyst
📚3. Game Developer
📚4. Information Systems Manager
📚5. IT Consultant
📚6. Multimedia Programmer
📚7. Web Developer
📚8. Web Designer
📚9. Software Engineer
📚 Carraan hojii Software Engineering maal fa'a❓
🎯 Digirii Software Engineering'n ergan eebbifamee booda hojii argachuu hin danda'uu🤔❓ Hin yaadda'inaa carraan hojii bal'aatu jira. Dhugaa dubbachuuf dameewwan Injinariingii biroo irraa wanti adda isa godhu tokko hojii mootummaa hojjechuun dirqama miti. Namni Software Engineering irraa eebbifame ofii isaatiin hojii adda addaa hojjechuu danda'a.
📚 Software Engineering cimaa moo salphaadha🤔❓
🎯 Koorsootni Software Engineering jalatti kennaman irra caalaan isaanii programming language, data structure fi architecture of computer system yoo ta’u, isaan kana akka gaariitti hubachuu fi shaakaluu yoo dandeesse field baayyee nama gammachiisu fi baayyee salphaadha.
📚 Namni software engineering'n eebbifame tokko Galii hammamii argachuu danda'a 😋❓
⌨️ Namni Software Engineering'n eebbifame tokko mindaa baayyee gaarii argata. Ji'atti mindaa ka'umsaa xiqqaan qarshii kuma 10 fi isaa ol argata, kanarra darbees hojii idileetiin ala hojii mataa keetii hojjechuu waan dandeessuuf galii baayyee gaarii argatta.
Kun ibsa gabaabaa waa'ee software engineering ti.