Koomputerri Maali? (Hiikaa fi Bu'uura)
Namoonni baay’een koomputara waan salphaa godhanii yaadu, garuu hojii isaanii adda adda dha. Mee sirriitti haa ilaalluu.
🌐 Koomputerri maalii?
Koomputera jechuun meeshaa elektironiksii data (odeeffannoo) fudhate, sassaabe, hojjete, fi xumura irratti bu’aa isaa kennudha.
💻 Jecha salphaan:
=>> Koomputara = “Hojjetaa data saffisaa”
📌 Hojii isaa:
=>> Data (Galchituu) fudhata
=>> Data sana hojjeta (Processing)
=>> Bu'aa (Baastu) kenna
=>> Odeeffannoo ol kaa’ata (Storage)
🧠 Fakkeenya:
Data (Inputs) → Koomputara → Odeeffannoo (Outputs)
🛠️ Qaamota Bu'uuraa:
Koomputerri qaamota gurguddoo lama qaba:
1️⃣ Hardware (Qaama Mul'atu):
=>> Koomputara fi meeshaalee qabataman (Monitor, Keyboard, Mouse, CPU box)
2️⃣ Software (Tantitaa):
=>> Qajeelcha koomputaraa hojjechiisu (Windows, Browser, Application-wwan)
🔗 Akkamitti waliin hojjetu?
Sirni isaanii akka kana gadii fakkaata:
Fayyadamaa → Software → Hardware → Hojii Xumurxu