Yerusaalem Haaraa:
✅12"ffaa:_Qajeelaa ta’eera (Rom 3:24/5:1,9/8:30,1Qor 6:11, Tit 3:7)
👉 Kunis ayyaana Waaqayyoo amantiidhaan fudhachuu isaa irraa kan ta’e malee ga’umsa
mataa isaatiin miti. Ga’umsa mataa isaatiin namni qajeelaa ta’uu tasumaa hin danda’uwoo.
✅13"ffaa:_Amala waaqaa keessaa hirmaattuu ta’eera (1 Phe 1:3)
👉 Amalli kunis Waaqayyoottii lammaffaa dhalachuu isaa irraa kan ka’edha. Sababa sanyiin Waaqayyoo isa keessa jiruuf Waaqayyoon fakkaachuu ykn nama Waaqayyoo ta’ee deddeebi’uu ykn jiraachuu ni shaakala (Yoh 3:9, 2Phe 1:6, 1Xim 6:6)
#NB:_Macaafa Waaqayyoo keessa barbaadaatii dubbisaa!Waaqayyo ofii isaatii kana
dubbateera (Isa 34:16)
✅14"ffaa:_Lammumma guutuu kan waaqa irraa argateera
✓a:_ Waamicha isa waaqa irraa keessaa hirmaattuu ta’eera (Ibr 3:1)
✓b:_ Maqaan isaa waaqa irratti (galmee jireenyaa) irratti caafameera (Luq 10:20)
✓c:_Miseensa warra mana Waaqayyoo ta’eera (Efe 2:14-19)
✓d:_Biyyi isaa waaqarradha (Filp 3:20, Ib11:14-16, Yoh 14:1-3)
✅15"ffaa:_Aboo dukkanaa jalaa ba’eera (Qol 1:13, 2:15)
👉 Sababni isaas Yesuus jireenya, ifas isaaf waan ta’eef (Yoh 8:12)
👉 Dukkanni mootummaa Seexanaa keessa kan jiru hojii isaa hunda baaka bu’a
Fakkaanyaaf:
✔️Hojii hamaa namootaa, shaakallii cubbuu (Yoh 3:19-21)
✔️Abdii malee Yesuusiin ala jiraachuu (Mat 4:12-16)
✔️ Beekumsa malee jiraachuu (Rom 2:20)
✔️Jireenya Waaqayyoof ulfina hin kennine (Rom 1:20-22)
✔️Wangeela fudhachuu dhiisuu. (2Qor 4:4-6, Yoh 12:35-36 ) fi k.k.f
✅16"ffaa:_Gara mootummaa ifaa ilma Waaqayyootti darbeera (Qol 1:13)
✓A:_Gooftaa Yesuus jireenya isaatiif ifa ta’eeraaf (Yoh 8:12)
✓B:_ Waaqayyo gooftaan abbaa ifaa ta’eeraaf (Yaq 1:16-17)
👉 Kanaafuu kennaa gaarii hunda, eebba guutuus Waaqayyoo irraa argachuu ni danda’a
✓C:_ Sagaleen/dubbiin Waaqayyoo ifa ta’ee isa ni geggeessa (Far 119:105)
✓D:_ Ifa biyya lafaa ta’eera (Efe 5:8, Mat 5:14)
✅17"ffaa:_Hundee jabaa irratti ijaarameera (1Qor 3:11, 10:4, Efe 2:20)
✅18"ffaa:_Waaqayyo biraa Yesuus kiristoosiif kennaa ta’ee kennameera (Yoh 10:29, 17:2, 6, 9, 11, 12, 24)
✅19"ffaa:_Humna cubbuuttii birmaduu ba’eera (Rom 8:2, Filp 3:3, Qol 2:11)
👉 Dhagna qabaan fakkeenya humna cubbuuttii birmaduu ba’uu yoo ta’u cuuphaa
bishaaniitiin ni ibsama.
✅20"ffaa:_ Luba waaqayyoo ta’eera
✓A:_Lubummaan isaas dhiiga Kiristoosiin kan ta’edha (Mul 1:6, 5: 9)
✓B:_Luba qulqullummaa ta’eera (1Phe 2:5)
👉 Kanaaf waaqeffachuu, kadhachuu ykn aarsaa hafuuraa dhiyeessuu ni danda’a
✓C:_Luba mana mootummaa ta’eera (1Phe 2:9)

👉 Namootaaf dhugaa ba’uu ni danda’a.
✅21"ffaa:_Wabiin jireenya bara baraa (eternal security) kennameeraaf (Yoh 10:28-29, Rom 8:32, 5:8-11, Rom 8:38-39, Gal 3:26-29)
👉 Kan isa irraa eegamu amantii kana irratti jabaatee dhaabachuu qofadha (Qol 1:21-23, 2Xim 2:11)
✅22"ffaa:_Yeroo barbaade hundaatti gara waaqayyootti dhiyaachuun isaaf eyyamameera. (Rom 5:2, Efe2:18, Ib 4:16, 10:19-20)
✅23"ffaa:_Ayyaannii fi gaarummaan Waaqayyoo inni irraa hafaa ta’e kan ittiin mul’atudha.
✓A:_Jaalalli Waaqayyoo kan ittiin mul’atudha (Yoh 13:1, Efe 2:4, 5:2) .....23.2.
#Ayyaanni Waaqayyoo kan ittiin mul’atudha
✓B:_ Ayyaana isaatiin fayyeera (Efe 2:8-9)
✓C:_Ayyaana isaatiin jabaatee ni dhaabata ni eegama (Rom 5:2, 1Phe 2:9)
✓D:_Ayyaanasaatiin ni tajaajila (Efe 4:7, 1Qor 12:4-11, 1phe 4:10-11)
✓E:Ayyaanasaatiin qulqullummaatti jiraachuu ni shaakala (Tit 2:11-15)
✓F:_Humni Waaqayyoo kan ittiin mul’atudha (Efe 1:19, 2:6-7, 2Qor10:10-11, 13:2-5, Filp
2:13) .......23.4.
#Amanamumman waaqayyoo kan ittiin mul’atudha (Filp 1:6)
✓G:_Nagaan Waaqayyoo kan ittiin mul’atudha (Yoh 14:27)
✓H:_Jajjabeessuun Waaqayyoo kan ittiin mul’atudha (2Tas 2:16)
✓I:_Fayyadamaa angafa lubummaa Yesuusi dha (Rom 8:34, Ib 7:25, 9:24)