Mucaan tokko sirna awwalchaa hiriyaa isaa irratti, dhaabate kolfa ture!! Abbaan tokko kana arganii gara isaa deemuun, akkamiin du'a namaatti kolfita jechuun gaafatu?
Mucaan kunis deebisee, hiriyaa koo du'aan of-biraa dhabe kana waliin yeroo hunda akka kolfinu waada waliif seenne turre, garuu ammallee lapheen koo na bo'aa!!
Mucaan kun itti fufee: hiriyaan koo kun dura akkas nan jedhee turee" yeroon du'u hin bo'in sababni isaa ani imimmaan kee sirraa qulleessuuf si bukkee hin jiru waanan ta'eef"
Hiriyaa dhugaa fi waada isaa hin nyaannne isiniif haa kennuu!!