ODUU AMMEE
Onkolooleessa 18/2017 A.L.I
Finfinnee Itoophiyaa
Waliigalteen Waliini Mallatteeffameera.
Waldaan Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Fi Faanaa Biroodkasting Korporeshiniin Televizhinii Faanaatin Waliigaltee Sagantaa Tamsaasa Televizhinii Dabarsuuf Isaan Dandeesisuu Mallatteessaniiruu.
Waliigaltichas Gaggeessaan Ol Aanaa waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Kan ta'an Obboo Abdulfataah Huseen Faanaa Biroodkaasti Korporeeshinii Waliin Mallatteessaniiru.
Waldaan Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Sagantaan Tamsaasaa Televizhinii Faanaa Biroodkaasti Korporeeshiniin Dabarsuu Agarsiisa Alfaa "Alpha Show" Qabiyyeen Isaa imala karaa jireenya Namoota xaarii isaanitin sadarkaa xiqqaa irraa ka'uun Ammati Sadarkaa Guddaa irra gahan kan daawwachiisuu, bohaartii fi barsiifata qabuu ta'uu obboo Abdulfataah Huseen dubbataniiru.