🌲🌲🌲ABDIIN KUTIN🌲🌲🌲
.Jaak Maa (Jack Ma) jedhama.
👉 namni kun Chaayinaatti dhalate.
Maatiin isaa hiyyeessa turan. 👉 Jaak Maa yogguu baratuu:-
✴ Mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa utuu baratuu al-lama kufe.
✴ Sadarkaa g/g utuu baratuu al-sadii kufe.
✴ Qormaata seensa Yuunivarsiitiis al- sadii kufe.
Kun hundi yogguu baratudha.
👉 BA Erga eebbifamee:-
✴ hojii argachuuf si'a soddoma iyyatee yaalus hin milkoofne.
✴ Dhaabbanni KFC jedhamu Chaayinaa dhufnaan, namoota 24 ta'anii deemanis Jaak Maa gatanii 23 qofa fudhatan.
✴ Humna Waraanaa nama 5 ta'anii dorgomannii 4 fudhatanii Jaak Maa kuffisan. Yoggus "ati hin taatu" jedhaniin galchan.
✴ Si'a tokko garuu $12 nyaataa Barsiisaa Afaan Ingilizii ta'ee ramadame.
✴ Ta'us hojittiin garaa isa hin geenye. Itti hin tolle.
✴ Daldala eegalee si'a lama jalaa kufe(kasaare).
👉 Kana booda:-
✴ Bara 1995 A.L.A tti USA do'ate.
✴ Achitti Kompiyuutaraa fi Interneetii achitti arge. Yeros Chaayinaa keessa Kompiyuutarri akka garaatti hin jiru. Internet'n immoo hin jiruyyuuti.
🤔 WAA YAADE:-
✴ Hiriyootasaa 17 amansiisee dhaabbata daldalaa kan Interneetaan hojjetu maqaan isaa ALIIBAABBAA jedhamu hundeessuuf sochii eegale.
👉 hojii kana manaa isaa keessatti eegale.
👉 Bu'aa ba'ii fi Kufaatiiwwan kana booda har'a Addunyaa irratti baay'ina guurgurtaa isaan dhaabbata Wolmaartitti aanee sadarkaa 2ffaa irratti argama.
🤔 JACK MA'n:-
👉 har'a qabeenyi isaa Doolaaraa Ameerikaa Biiliyoona 150 ol ta'a jedhama.
👉 hojjettoota 66,421 akka qabu ibsa gabaasni isaa bara 2018 ba'e.
👉 Dhuunfaadhaan Jaak Maan Doolaara Ameerikaa Biliiyoona 39.9 qabaachuun dureessa adda duree Chaayinaati.
(kana ilaaliga).
❄ Jechoota isaa muraasa;-
1. "Raawwattee abdii hin kutin. Har'i Ulfaataadha. Bor immoo daraan hammaata. Iftaan garuu ifa aduutu siif ba'a.
2. Wanti ati qabaachuu qabdu inni guddaan OBSA.
3. Nuti raawwannee maallaqa hin dhabne. Kan dhabne namoota abjuu qabanii fi abjuu isaaniif du'anidha malee...."
Ilamee Obbolee koo.
Jijjiiramni_Sirriin_Keessaa_Eegala!
Jijjiiramni waan namni dhuunfaan tokko yookaan qaamni biraan wayii namaaf hiixatu yookaan namaaf bocu osoo hintaane, ifaajaafi fedhii ofiitiin kan namaa argamudha. Akkanuma sababni jijjiiramaa dhiibbaa keessaafi alaa ta'uu danda'a; garuu, jijjiiramni inni sirriin isa keessaa eegaludha Jireenya kee keessatti namoota mul'ata kee deggeranii si waliin fuula duraatti deemaan adda baafattee beekuun ogummaadha
❤️Kanaan dubbiserraa