* KUTAA 2FFAA
👉FAARFANNAA.....
" Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!"
(Efesoon 5: 19)
. 1.1 FAARFANNAAN MAALII ?
-Faarfannaan, sagalee Waaqayyooti.
Gooftaan keenya Yesuus Macaafa Faarfannaa keessaa bakka garaagaraatti maqaa dha'uun itti fayyadameera.
Fkn.
Mat 27:46 fi far 22:1
Mat 6:26 fi far 147:9
Yoh 15:25 fi far 68:4
Mat 7:23 fi far 6:8
-Walaloo fi Yeedaloo Akkasuma Muuziqaa waliin ykn muuziqaa malee sagalee kan dhageessisanii fi qooqa garaa garaatiin bifa dhuunfaas ta'e waliin kan Waaqayyoon ittin galateeffatanii fi ittin kadhatanidha.
-faarfannan kennaa tolaa kan gatiin itti hin ba'iin Woldaa kiristaanaaf kenname dha. Innis Amantoonni gara hafuuraatti akka guddatanifi. 1Qor,14:26
-faarfannan Mul'ata ykn ergaa yeroo fi kan barootaati. 1Sen 25 1-3
#kana kaasuun kan barbachiseef durumaa kaasee bara kakuu Moofaa keessatti waan gara fuula duraatti ta'uuf jiru Macaafa Faarfannaa keessaatti bifa faarfannaadhan fubbatamaa akka ture dha. Gooftaan keenyas kana mirkaneessuuf Fakkeenya fudhatee dubbataa tureera.
-Faarfannaan heeraa fi Seera Mataa isaa qaba.
Macaafa qulqulluu keessa bakka tokko tokkotti jechi "sirba" jedhu ni ka'a.
Akka fakkeenyaatti Ba'u 15:20.irratti Waa'ee obbooleetti Aroon Maaryaam saba Israa'el waliin sirbuun Waaqayyoon galateeffatteetti. Kana jechuun ergaa fi jechoonni Walaloon isaa ibsan sun murteessodha.
Faarfachuu ishii kan ibsu Ba'u 15:21 irra Isa jirudha.
👉Kan Maariyaam akka hubannoo kootti sochii ishee irraatti kan hundaa'e natti fakkata.
-Bara kenyattis faarfannaan kan itti fedhii keenya ibsannu osoo hin taane, Ergaa Waaqayyoon gidduu galeessa godhate ta'uu qaba.
Iyo 30:31. Far 30:11. 1sam 18:6.
1Sam 6:14
#Ilaalacha namoota
Sirbanii Waaqayyoon jajatani kan jedhu. Yaada lamatu jira
Kaan kaan kan ulfina Waaqayyoo mul'isedha malee kan ulfina Waaqayyoo hin mul'isne miti jedhu.
Kaan kaan immoo sirba kan jedhu shuubbisa ykn sochii isaan taasisanidha jedhu.
-Lamaanu kan ulfina Waaqayyoo mul'isu yoo ta'e gaariidha. Kana jechuun kan safuu eeggate, kana jechun kan ilaaluu kan gurra namatti fi ija namatti tolu, kan lubbuun namaa itti boqotu, kan nama hin rifaasisne fi nagaa namaa hin goolle ta'uu qaba.
Gal 5: 21
1qor 10:5-8
Ef 5:18
Yaq 5:13
-Aadaa saba isiraa'el keessatti faarfannaan iddoo guddaa qaba. Mallattoo gaddaa fi gammachuu isaani ittin ibsatanidha. Far 149:1-...,,, far 150:1.....
Macaafa Qulqulluu keessatti yeroo baay'ee Namoonni haala keessa jirani fi haala Waaqayyoo keessa isaan dabarse faarfannaadhaan ibsachaa turanitu. Akka fakkaanyaatti Daawit yeroo garaagaraatti waan Isa mudate faarfannaa gosa garaagaratiin faarfachaa tureera. Akkasuma shamarreenii fi dhiiroonnis woliin faarfachaa turaniru. IZ 2:65
Namoonni kaanis faarfachaa turaniru.
-Bara keenyas Woldaa kiristaanaa keessatti waantota baay'eetu Mul'ata jira.
Amantoonni baay'een faarfannaa fi sirba ija tokkoon yerootti ilaalani fi akka waan garaagarummaa hin qabne tti kan fudhatan baay'ee baay'achaa dhufeera.
Akkasuma bafa aadaatin wol qabsiisuun wol fakkaatee akka adeemu tasisuuf yaalii guddaan godhamaa akka jiru Mul'ata jira.
-Faarfannaa fi sirbi tokkos hin turre tokko ta'uus hin danda'u.
👉Faarfannaas ta'e sirbi. Lamaanu aarsaa dha, aarsaan kan qopheessus, kan qophaa'uufis abbaa Mataa isaa qaba.
Tarii bakkatti wol fakkaatu ni qabaata haa ta'uu malee garaagarummaa guddaa qaba. - lamaanuu ergaa Mataa isaanii qabu.
-Lamaanuu walaloo Mataa isaanii qabu - lamaanuu Yeedaloo qabu.
-lamaanuu muuziqaa waliinis ta'u muuziqaa malee ni deemu.
-lamaanuu gamtaanis ta'e, dhuunfaan ni taphatamu.
-lamaanuu sochii ykn shuubbisa barbaadu.
-lamaanuu sagalee bu'aa ba'ii fi qinda'a ta'e barbaadu.fi K. K. F........ Dha.