Gammachuun alaa akka billaachaati. Billaacha of biratti argita malee hiixattee hin qabdu, si baqatti, siif hin qabamtu. Kanaaf gammachuun alaa kan nama boqochiisu miti.
Nama tulluurra dhaabate caala namni Waaqayyo duratti jilbeeffatu waan baay'ee arga.
Namni maal naan jedha jedhanii kan sodaataniifi dhiphatan taanaan ofumaanuu waan ofiin jedhan qabu jechuudha!!
Bor guyyaa biraati. Haala har'aa ilaaltee boriikee hin dukkaneessiin. Ati haala kam keessayyuu jiraadhu garuu Waaqayyo jira!!
@aaragalfii_official
#subscribe_share_gochuun_maatii_nuuf_ta'aa.