Фильтр публикаций


🔄Envirofit Super Charcol Saver Stove

🛄 ተሻሽሎ የቀረበ ተለቅ ያለ ዘመናዊ የከሰል ምድጃ
🛄 ሙሉ በሙሉ ከብረት የተሰራ
🛄 ማንኛውንም ድስት የሚጥዱበት
🛄 የማይዝ፣ የማይዝግ አካል
🛄ቡና ሲያፈሉ ቢጠቀሙበት የቡና ጠጡ ዝግጅትዎን የሚያሳምር
🛄 በትንሽ ከሰል ብዙ ያበስሉበታል
ለማቀጣጠል የሚመች ጭስ አልባ
🛄 አመድ መቀበያ ያለው
🛄እጄታው ሙቀት የሚቋቋም ሲልከን ጎማ የተገጠመለት
🛄 አስተማማኝ ጉልቻ ያለው
🛄 በቀላሉ ወረቀት ብቻ በመጠቀም ከሰሉን በፍጥነት እንዲያያዝ የሚረዳ
🛄አየር ማስገቢያ  ያለው

Contact  0916011458
✅ለተጨማሪ መረጃ ቻናላችንን ይቀላቀሉ

👉
@Ethio_Amazon_Market
👉
@Ethio_Amazon_Market


✅LG  microwave oven
       (ማይክሮ ዌቭ ኦቨን
)

➲የሚወዱትን ምግብ ለማሞቅም ሆነ ለማብሰል ምቹ የሆነ እቃ
➲ለኬክ፣ ለፒዛ እና ለተለያዩ ጥብሳጥብሶች
➲ፍጥነት እና ጥራት ያለው እቃ
➲ለአጠቃቀም በጣም ምቹ
➲42  ሊትር

Contact  0916011458
✅ለተጨማሪ መረጃ ቻናላችንን ይቀላቀሉ

👉
@Ethio_Amazon_Market
👉
@Ethio_Amazon_Market


🔵 Garaan isaanii qulqulluu fi hammeenya waan hin beekneef dafanii mufatu,...👉 Itti fufaa dubbisaa!

          👇👇👇
   👉 See More  👈
   👉 See More  👈
           👆👆👆


❤️ Amaloota Shamarran Ogeettii,...➡️ See More 💬


❤ Mee har'a dubbiilee dhiirotaa kan shamarran gammachiisan 6n waliin ilaallaa,... 👉 As tuqaa

↪️ Click here
Clich here


🌹 Hariiroo jaalalaa dubbiilee cimsan,... 👉See More


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👉 See More
       See More


💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more


❤️ "Jaalallee keessanif ergaa (message) bareedaa erguuf rakkachaa jirtuu? Asitti bu'uun argadhaa
👇👇

See More
See More


❤️ Ergaalee Jaalalaa 100,... See More


✅️ Call 📞 waiting ✋️

Call waiting jechuun feature bilbila keenyaa keessaa tokko ta'ee yeroo nuti nama wajjiin bilbilaan haasofnu bilbilli biraa yoo nuuf bilbilame bilbila haasofnu irraan galuu ykn yeroo bilbilli keenya qabame namni biraa nuuf bilbilee nu argachuu akka danda'u kan nu gargaaruu jechuudha.
👉Faayidaan isaa yeroo kamittuu ykn yoo bilbilli keenya busy ta'es namni bayyee nu barbaadu bilbilee akka nun dhabneef kan nu gargaaruudha
✅️ How to activate, check ✔️ and cancel the call waiting ✋️

👉Call waiting activate gochuuf *43# bilbiluu
👉Call waiting qabachuu fi dhiisuu check ✔️ gochuuf *#43# bilbiluu
👉Call waiting ofirraa balleessuuf immoo #43# goonee bilbiluudha.

✅️ Chaanalii keenya join fi share gochuu hin dagatinaa

https://t.me/Barnota_mobile


💥Verify step:
Telegram wallet-> Settings-> identification level-> verify- basic(password) - Extended( passport fi National ID) - Advanced.

✍️ Ulaagaalee armaan olii yoo gunne ammoo Step armaan gadii kanaan fayyadamnee qarshii keenya telegram wallet irra jiru gurgurachuu dandeenya.

👉1. Telegram wallet keenya irraa seenna

2. Unit( Dollars, Notcoin, Ton space, Toncoin fi Bitcoin) qarshiin keenya ittiin jiru filannee "Add Crypto" kan jedhuun gallee qarshii keenya sell gochuu dandeenya.

👉3. Yookiin immoo Jalqabauma "P2P Market" kan jedhu filannee qarshii keenya "sell" gochuu dandeenya.

👉4. Sell kan jedhu erga filannee booda gatii gaarii ta'e ykn Jalqaba irra kan jedhu filanna.

👉5. San booda qarshii keenya hanga itti gurgurachuu barbaannu erga filannee booda hanga (amount ) qarshii gurgurachuu barbaannuu barreessina.

👉6. Dhuma irratti "Add payment method" kan jedhu filannee karaa ittiin qarshii fudhachuu barbaannu account keenya ( Telebirr, Awash, CBE fi Abysinia) fa'a kana jedhu filannee account baankii add gooona.

👉7. Dhumaratti transaction keenya confirm gochuun daqiiqaa 10 ykn 15 booda qarshiin keenya nu bira qaqqabuu danda'a.
✅️ Chaanalii keenya join fi share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa 🙏 🙏


✅️ Bilbila ismaartii/Smartphone keenya irrattti yeroo baayyee application tokko tokko yeroo fayyadamuuf jennu banachuuf sa'aatii dheeraa nutti fudhata . Rakkoo kanaaf immoo sababoota fi furmaata isaa haala kanaa gadii kaanan isiniif dhiyaatee jira.

Sababa isaa:
👉1. Appilikeeshiniiwwan yeroon isaanii irraa darbe( Outdated apps): Yeroo hunda Apps keessan isa haaraa (Update) ta'e qabaachuu keessan mirkaneessuu qabdan.

👉2. Appilikeeshiniiwwan caccaban (Cracked apps): Appii sooftiweerii isaa 'patched' ta'e fayyadamuun application sun baayyee akka nuuf hin hojjanne taasisa.

👉3. Slow Internet Connection: Network akkasumas raawwii application mobile irratti dhiibbaa qaba, yoo networkiin suuta jedhu gahumsi appis suuta jedha ykn ni harkifata.

👉4. Bakki Kuusaa(Storage space): bilbilli (Device) keenya bakki Kuusaa( Storage) isaa yoo guute application bilbila keenyaa akka dafee nuuf hin hojjanne ykn suuta akka jedhu taasisa.

Furmaata isaa:
👉1. Bilbila keenya yeroo yeroodhaan Haaromsuu(Update godhachuu)
👉2. Faayiloota (files) ykn application yeroo isaa irra darbee fi nu fayyadne ofirraa balleessuun storage bilbila keenyaa akka nu jalaa hin guunne gochuu.

👉3. Application kamiyyuu karaa playstore irraan buufanne fayyadamuu qabna. Sababni isaa bilbila biraa yoo dabarfanne carraa appiichi vaayrasii qabaachuu waan dabaluuf akkasuma application isa dhugaa fayyadamuu qabna.

✅️ Chaanalii keenya join fi share

Показано 9 последних публикаций.