Duraa duuba Passportiin Itti baafamuu:
#1ffaa,Ragaa dhalootaa fi waraqaa enyumessaa gandaa qabaachu qabdu.
#2ffaa,Ragaa dhalootaakessaniifi Waraqaa enyumessaa kana suuraa kaasun isakaanisa qophefattu.
#3ffa , qaamaan dhufuun utuu isin hin barbaachisiin Onlayniin dokmantii kessan sana ergachuun beelama qabsifattu.
#4ffa,Waraqnn beelamaa isiniif ergamu jira,isa printii gochuun guyya beelamaa eegattu
#5ffa gaafa belamni kessan qaqabuu Ragaa dhalootaa,Waraqaa enyummaa gandaa fi waraqaa beelamaa isiniif ergame qabachuun imigrashinitti dhiyaattanii ashaaraa laattu.
#6ffa yeroo pasportiin kessan qaqabutti ergaan gabaabaan isin qaqaba yomus dhuftanii fudhattu.
Namoonni passportii baafachuu barbaaddan asiin nu quunnamuu dandeessu!
Telegram
👉@Gamekebede
Horaa Bulaa
Odefanno dabalataaf
☎ 0910497251