Mudannoo Jawar Mohammed
'Ani hin Gaabbuu' keessa bakka kolfa qabdu 😀🤣
“Gaafan dura dargaggummaa guututti jiru mucattii waliin barannu takkaan wal jaalannee, dhoksaan akka maatiin nuu quba hin qabaannetti wal jaalachaa turre. Ani yeroo ishiin Suuqirraa aannan bituu baatu bakka itti waliif beeknutu jira, kararratti dukkana keessatti eegee achitti wal agarree, achirraa haga suuqii, suuqirraayis haga mana isaanii waliin taphataa, wal dhungataa akkasiin gara mana isaanii geggeessaan ture.
Osuma akkanaan jirruu guyyaa tokko garuu, guyyaa anaaf salphinaa ture. Sa'atuma ishiin baatee anis karaatti eegu san , haati ishii ofii bituuf dhufte. Ani akkuma yeroo kaanii ishuma se'ee bakka sana yeroo geessu dukkana keessatti fiigee itti maramee dhungachuuf yeroo qabu… haati ishii uuuuuuu'uu jettee iyyitee walitti na martee darbitee doobbii keessa na buufte
.” 😂💝Ayi Jawar
~ Kitaaba Hin Gaabbuu keessaa
Maddaa:-FB
@Mijuu_koo