✅ JAALALA DHUGAA FI SINSINNII!
✍️ 1. Jaalalli #sinsinnii hirʼina nama sanaa hin argu, arguus hin barbaadu. Dhugaa jiru laaluu hin barbaadu.
✍️ 2. Shamarree na hawwatte wajjin yeroon taʼu eenyummaa koo jijjiiruun yoo na barbaachise kan na qabe jaalala #sinsinniiti."
✍️ 3. Nama sanarraa wanti hin jaallanne tokko jira. Kan si qabe Jaalala #dhugaa yoo taʼe garuu, nama sana wajjin taʼuudhaan rakkina sana akka fooyyessu isa gargaaruu barbaadda.
✍️ 4. Kan si qabe jaalala #sinsinniiti yoo taʼe wanta wal isin fakkeessurratti qofa xiyyeeffatta.
✍️ 5. Kan si qabe Jaalala #dhugaa yoo taʼe eenyummaa kee dhoksuuf hin yaaltu.”
✍️ 6. Kan si qabe jaalala #sinsinnii yoo taʼe wanta barbaaddu argachuurratti, tarii jaalallee qabaachuu qofarratti xiyyeeffatta.
✍️ 7. Kan si qabe Jaalala #dhugaa yoo taʼe dadhabinaa fi amala adda taʼe akka qabu ni hubatta, taʼus nama sana wajjin taʼuun sitti hin ulfaatu.
✍️ 8. Kan si qabe Jaalala #sinsinniiti yoo taʼe namni sun maaliif akka si hawwate ibsuu hin dandeessu.
✍️ 9. Kan si qabe Jaalala #sinsinniiti yoo taʼe namni sun dogoggora akka raawwatu sitti hin dhagaʼamu.
✍️ 10. Kan si qabe jaalala #dhugaa yoo taʼe amanamaa taʼuu akka qabdu waan sitti dhagaʼamuuf, akka kanaan duraa nama saala faallaa taʼeef xiyyeeffannaa hin kennitu.
Hariiroo Jaalalaa 🍒