BEEKSISA
Barsiisonni lamaan gaditti maqaan keessan kenname kanaan dura Muummee HPE'n eebbifamtanii kan turtan ta'ee ergaa amma BBO irraa nu qaqqabeen Godina Baaleetti ramadamtanii waan jirtaniif guyyaa gaafa 27/07/2017 irraa eegalee guyyaa 10 gidduutti Waajjirra Barnootaa Godina Baaleetti qaamaan deemtanii akka gabaaftan cimsinee isin beeksifna.
1. Milkiyaas Fayyeeraa Guutuu --- HPE-- Galgala--2012
2. Lammeessaa Asaffaa Fayisaa -- HPE-- Galgala--2012