Фильтр публикаций




Репост из: MN PROMOTION
𝗚𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗛𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 300 𝗤𝗮𝗯𝘂.

.........𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗯𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.


Bara 2001tti namni Gary McKinnon jedhamu tokko hackerii cimaa yoo ta'u, seenaa keessatti mootummaa Ameerikaa irratti 'hack' isa guddaa raawwatee ture. yoo xiqqaate daqiiqaa 10 gadi keessatti kompiitaroota kuma 65 hack gochuun sakatta'uu danda'a ture. yeroo tokko Faayiloota Mootummaa Ameerikaa, hack godhee seenuun, Faayiloota; uumamoota adda hin baafamiin (👽 UFO) jiraachuu isaanii mirkaneessu argatee ture. Faayiloonni kunneenis, Mootummaa Ameerikaa tiin dhokfamaa akka ture saaxilee jira.

      🅂🄷🄰🅁🄴


Oduu Ammuma Nu Dhaqqabeen,Tapha Har'a Galgala Real Madrid Fi Arsenal Waliin Qaban Irratti Arsenal Goolii Eegaa Lama Akka Fayyadamu Deeggartoonni Arsenal Gaafatan😁


#Saayikooloojiin_akka_jedhutti
Yeroo tokko yoo dadhabina kee ofitti fudhatte, Namni tokkooyyuu deebisee ittiin si miidhuu hin danda'u.
_______
📖@caaya_waamara


Eessa irra nu hordofaa jirtu comment godhaa mee🤕🖐👇


Namoota hamile si cabsuu barbaadan akkas godhi🖐

Yeroo isaan hamilee si cabsuuf si arrabsan ykn gochaa garagara sirratti raawwatan atimmoo ijaa tuffitiin😏 jalaaf gubba isaa ilaali irra caldhisii😷
Addunyaa kanarra wanti akkas isa arrsu hin jiru🤪

Walumaagalatti dinoota kee mara karaa salphaan injifachuu yoo barbaadde caldhisuun injifachuu dandeessa😇

Meeshan guddaan diinota kee ittiin injifattu callisuudha✌️

Halkan gaari qabaadha 🥰


Sitti kolfaan jiraadha😁

Osoo hirriiba dhabdu gadda koo qocomaate

Osoo keessan naan ooddu irra keen fira taate

Fuulli koos gurraacha'e imimmaan maaf hin roobsu

Madaa koo otu lallabdu sila qooda naaf dhoksu

Otuma odeessitu waanan qabuuf hin qabne

Badi isa koo lallabuuf kan guyya tokkon rafne

Faalla gadda ati bisii galataan baadha

Boolli qotte kee tahe sitti kolfaan jiraadha

Waan facaafte haammachu adda baaste otuu beekte

Gadda no gojamaatu maalif hin boonye jette

Kan ati naaf herreegde ked tahe toora galee

Ani maalan godhaga yoon sitti kolfe malee

Enyu garbuu facaase sassaabate qamadi

Amaa galgalli Tole mee naaf fidi barbaadi


Abbaan walaloo geleta tesfaye
Gara barreefamatti kan jijjiire admin chaanalii caaya Waamarati😍

Share 🤗


Nama if jibbe irra rabbiin isin haa tiksu🤲🏿😍


Saroota 🐕 sitti dutan maratti dhagaa darbacha hin deemin
Osoo galma hin gahin haftaati🖐

Akkam ooltan🥰


Репост из: Tajaajila passport
🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu!

➡️ Gatii barbaachisu suuraa kanarraa ilaalaa!

➡️ Gatii paaspoortiif barbaachisu kana ofuma keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu!

➡️ Gatii tajaajilaa birr 500 qofa na biratti kaffaltu!

Wantoonni isin barbaachisan:-

❤️ Haaraa baasuuf
✅Waraqaa eenyummaa
✅Waraqaa dhalootaa

❤️ Haaromsuuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa passport)

❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
✅Waraqaa eenyummaa
✅Suuraa gurdii
✅Xalayaa waajjira poolisii

❤️ Umrii 18 gadiif
✅Waraqaa eenyummaa maatii
✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa

❤️ Umrii sirreesuuf
✅ Waraqaa dhalootaa
✅ Suura gurdii
✅ Koppii(Suuraa) passport

6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa) passport
✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf)

💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @Tajaajilapassport naaf ergaa!

✉️ Inbox:username kana irratti nuuf barreessa👉  @Tajaajilapassport



🔗Join Our Group & Channel

    @Tajaajilapassport
          
         


Репост из: Tajaajila passport


✔️ Nama tokkotti qarshii 3 argattu

✔️Minimum withdraw isaa qarshii 40 dha

✔️ Nama 14 qofa affertani baafachu dandeessu

↗️START ➡️ https://t.me/BetacoiinBot?start=5122338868


🧻Bot birri ETB kaffalu !

✔️Check godheera itti fayyadamaa

✔️Channel 6 isinif dhufan join join gochun eegaltu

↗️START ➡️ https://t.me/BetacoiinBot?start=5122338868


Jabalia..!!

Lammiileen Ga*zzaa sirna Salaata Iidaa kaaba Ga*zzaa Jabalia keessatti caccabaa manneen barbadaa'an gidduutti guyyaa har'aa haala kanaan geggeessanii jiru.

Masha Allah!
عيدكم مبارك!

- Jechoota Gaggaarii.


صباح الخير وعيد مبارك! 🌙 أتمنى لكم يومًا مليئًا بالبركات والسعادة. كل عام وأنتم بخير! 🌟✨
➿➿➿➿➿➿➿➿

Good morning and Eid Mubarak! 🌙 Wishing you a day filled with blessings and happiness.⭐️


✔️Idd Al Faxiriin guyyaa boruu Dilbata borii ni kabajama.

✔️Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu kabajama.

✔️Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina

✔️IID MUBAARAK!🥰

Admin chaanalii CAAYA WAAMARA Irraa😍🥰


Ticket 10 argachuuf step kana hordofaa

✅ inni jalqabaa airtime bilbila keessanitti guuttu kana jechuun qarshii tokko tokkoon sia shan guuttu gaafa akkas gootan ticket 5 siniif laata kana jechuun ‼️ waluduukaa qarshii 5 guutnaan garuu ticket 1 qofa sinii laata kanaafuu qarshii tokko tokoon guutuun ticket 5n argachuu dandeessu

✅ inni biraan package bituun ticket 5n argachuu dandeessu kanammoo package bituudhaan argattu kanas package qarshii 1 kan sms,voice,telegram package fi internet keessaa kan sinitti tole sia shan bituun ticket 5 argachuu dandeessu

✅ Walumaa gala lamaan isaa irraa ticket 10 haala kanaan sassaabuun carraa keessan yaaluu dandeessu kana malees kara agent telebirr bira dhaquun payment kaffaluun argachuu dandeessu kana malees karatti ticket argattan baayyeetu jira kun hundumaa keessaa baayyee salphata jedheeni

Haala kanaan ticket sassaabuun carraa keessan yaalaa
#irra_deebiin_carraa_gaarii

@amir15pro

React 👍


#mata_duree_ala

Ethiotelecom akka yeroo darbee ammas ayyaana iidiif maamiloota isaaf badhaasa qarshii 15,000,000 qopheesseera

Badhaasa kanaratti hirmaachuufis telebirr fayyadamuun card guutuu , package bituu , qarshii telebirr dhaan gaafa ergitaan ticket ittiin irratti hirmaattan siniif laata
Ticket sinii laatamuun spin gochuun hirmaachuu dandeessu carraa keessan taanan hanga qarshii 100 hanga 100,000 badhaafamuu dandeessu

Badhaasni kun hanga gaafa 22 ttidha ykn guyyaa 2 booda nii dhuma

Carraa gaarii


Khaalid ibn Al-Waliid..!!

Yunivarsiitii Teksaas Oostiin keessatti piroofeesara saayinsii siyaasaa kan ta’an Rooy Kaasaagraandaa n waa’ee ogummaa Sahaabaa guddicha Khaalid ibn al-Waliid irratti qorannoo garaagaraa taasisaniin karoora waraanaa fi bu’aa ba’ii isaa barattoota isaaniif bara 2022tti erga ibsanii booda, seenaa keessatti hoggantoota waraanaa gurguddoo addunyaa sadan keessaa tokko ta’uu isaa mirkaneessanii jiru.

Ogummaa, beekumsa, hayyummaa fi dandeettii addaan warra addunyaa kana jilbeenfachiisan Sahaabota Nabi Muhammad صلوات ربي وسلامه عليه.

- Caaya Waamara

Показано 20 последних публикаций.