Репост из: Kaayyoo Dhugaa ❤️
🎯Eenyummaakee hin hubanne taanan mirgaa fi murtoo mataakee hinqabdu,hinqabaattus.Addunyaa kanarra rakkinni guddaan eenyummaa ofii wallaaluu caalaa akka wallaalaan wallaaluudha.Namni eenyummaa ofii hinbeekne eegee fi eegoo gabroomfataati.Eenyummaakee baruuf bararuun sinbarbaachisu dursii of gaafadhu.Ani eenyu?
?
✔️kaayyoodhugaa mijeeffate murannoon muuxannoo kennuuf dhufeera.Hinbadin!
✎join. ❤️ JOIN
✎share. ❤️JOIN
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
@kaayyoodhugaa
@kaayyoodhuga