Love Messages 📩


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Telegram


Ergaalee Jaalalaa baay'ee hawwatoo ta'an as tuquudhaan argattu 👇👇
Contact: @grace_710

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Telegram
Статистика
Фильтр публикаций


Dachee kana guutummaa bulchuurra kan caalu of bulchuu danda'uudha!
Namni hundi yeroo dubbatu waan of bulchuu danda'e fakkaata, garuu ogeeyyonni of bulchan baayee muraasa!

Channel miira Jaalalaa kunooti Join Godhaa! 👇

https://t.me/+sdvm2mSAk0NmMWI0


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel "Result"

@jara_tech


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Link creation

Hirko Tech 💻
@Beka_Techno 💻
@jara_tech


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Save time blank minus

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Count

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Roman No.

@jara_tech 💻


Finnisaa Fi Wal-quunnamtii saala

Gaaffii: Doctor, Namoonni baay’een Finnisni fi wal-quunnamtiin saalaa hariiroo kallattii akka qabu dubbatu dhugaadha moo soba?

Deebii: Eeyyee dhugaadha, Wal-quunnamtii saalaa fi finnisni hamma tokko hariiroo qabaachuun isaa mirkanaa'eera.
Kunis wal-quunnamtiin saalaa sababa hormoonii wal hormaataa qaama keenyaa akka testestiroonii, istroojiinii fi kkf madaallii isaa eeguu keessatti gahee qaba. akkasumas hamma dhiigaa fuula namaatti yaa'uu dabaluun gogaan fuulaa akka bareeduu fi carraan finnisa irraa bilisa ta'uu isaa ni dabala!
Kana jechuun garuu namni finniisa qabu hundi akkas jechuu miti.

Sababoota Finnisa(Acne) Fiduu Danda'an:
1. Dhiphina (stress),
2. Samunaa ykn dibata gogaa keenyaaf hin taane fayyadamuu,
3. Karaa hiddaa(sanyii) maatii keessa yoo jiraate,
4. Infeekshinii gogaa fuulaa,
5. Jeequmsa hormoonota qaama keenyaa,
6. Qorichoota mana yaalaa tokko tokko,
7. Gosa nyaataa sukkaara baay'aatu( Kaarboohayidireetii),
8. ?Durbummaa qabaachuu (kan dhiiraas, kan dubaraas) fi qunnamtii saalaa irraa bilisa tahuu ( kun sababa baay'ee cimaa miti!)... Kanaaf finnisni cimina fi qulqullummaa agarsiisuu danda'a!

Mala Ittisaa fi Yaala Finnisa/Acne

Finnisni rakkoolee gogaa keenya mudatan keessaa tokko yommuu ta'u, yeroo baay'ee miidhaginaa fi bareedina fuula keenyaa hir'isun kan beekamudha. Rakkoo kanaaf immoo mala ittisa isaa kan ta'ee fi yoo sanarra darbe nama mudate immoo maloota yaala isaa armaan gaditti isiniif katabeen jira.

MALA ITTISA FINNISAA.
1. Bishaan gahaa dhuguu, kana jechuun yoo xiqqaate guyyaatti bishaan burcuqqoo 6 hamma 8 fi sanaan ol dhuguu.
2. Bishaan gar-malee qorre fi ho'een dhiqachuu dhiisuu.
3. Dibatawwan adda addaa kan zayiitni(oil) itti heddummatu fayyadamuu dhiisuu.
4. Fuula keenya guyyaatti yoo xiqqaate yeroo lama dhiqachuu.
5. Wantoota gogaan fuula keenyaa akka gogan godhan kan akka Ifa aduu keessa yeroo dheeraaf turuu, Shaampoodhaan yoo rifee


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Ctrl delete

@jara_tech 💻


🌹 Jaallattu hin bulfatin
Jibbitu hin dhungatin
Haajaa kee himadhu
Miira kee baafadhu!


🌹 Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞
🌹Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Percent

@jara_tech 💻


#Gaaffiilee 20 Hiriyyoota Keessan Gaafachuu dandeessan:

1. Wanti ati kanaan dura nama tokkotti himtee hin beekne tokko maali?
2. Osoo guyyaa tokkoof nama tokko waliin jireenya jijjiiruu dandeessee eenyu ta'a maaliif?
3. Wanti maraatummaa ati hojjettee beekte maali?
4. Sodaan guddaan kee maali?
5. Yeroo ammaa kana addunyaa kanarra bakka kamiyyuu deemuu utuu dandeessee eessa deemta?
6. Yaadannoo ijoollummaa irraa jaallattu maali?
7. Hiriyaa jaalalaa keessaa maal barbaadda?
8. Humna guddaa tokko filachuun yoo sirra jiraate maal ta'a?
9. Jireenya keessatti gaabbii guddaan sitti dhagahamu maali?
10. Waan kamiyyuu bu’aa malee hojjechuu osoo dandeessee maal ta’a?
11. Jireenya keessatti galmi kee guddaan maali?
12. Utuu jireenya kee guutuu nyaata tokko qofa nyaachuu dandeessee maal ta'a?
13. Wanti baay'ee nama qaanessu si mudate maali?
14. Gorsi hundarra gaariin isin argattan maali?
15. Namoota beekamoo jaallattu eenyu?
16. Osoo lootarii injifatte qarshii sana maal goota?
17. Waa'ee ofii keetii wanti jijjiiruu hawwitu tokko maali?
18. Dandeettii ykn ogummaan ati osoo qabaattee hawwitu maali?
19. Sirbi yeroo hunda miira gaarii keessa si galchu maali?
20. Wanti yeroo hunda yaaluun barbaadde garuu hanga ammaatti hin yaalne maali?


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Select color

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Arrange no

@jara_tech 💻


💐 Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetii miti.

Ati bifa, qal'ina, guntuta, taa'aa ilaaltee nama jaalatu ta'uu malta, hiriyaan kee immoo guurraachoomina, gabbina, shape fi waan akka kanaatiif xiyyeeffannaa kan hin laanne, kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞

📩 Kanaafuu miira kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin! Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi walirraa adda. Miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal irraa adda. ❤️‍🔥


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Counting working days

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel - Auto border Arrange

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Excel button Arrange

@jara_tech 💻


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Filtering Data

@jara_tech 💻


🔒Wi-Fi keenya akka namni nu jalaa cabsee hin fayyadamne akkamitti maqaa(SSID)isaa akka nama biroo biratti hin mul'anne dhoksuu dandeenya?

✅ Maqaa WiFi keenyaa nama biraatti akka hin mul'anne gochuun namoonni akka salphaatti nu jalaa cabsanii akka hin fayyadamne taasisa. Kanaafuu steeppii armaan gadii kanaan maqaa Wi-Fi keenya dhoksuu dandeenya.

1️⃣ Connect to your WiFi
Bilbila ykn computer/Pc fayyadmnee karaa WiFi ykn cable router keenyaatti connect gochuu.

2️⃣ Open your router settings
IP address
192.168.1.1 ykn 192.168.0.1 login gochuu

3️⃣ Log in
Default login info (often admin/admin) fayyadamnee login gochuu

4️⃣ Go to Wireless Settings
*Wireless*, *WiFi Settings*, or *Basic Setup* ilaaluun keessa galla.

5️⃣ Disable SSID Broadcast
San booda"Enable SSID Broadcast " kan jedhu disable goona.

6️⃣ Save changes
Click *Save* or *Apply* gochuun xumurra.

📌 Kana yoo goonee WiFi keenya available network irratti hin mul'atu. Connect gochuuf immoo maqaa WiFi (SSID) fi  password manually galchuu qabna.

Показано 20 последних публикаций.

3 067

подписчиков
Статистика канала