🚨 #BREAKING
⛔ Arne Slot fi Liivarpuul adabaman.!!
⛔ Arne Slot taphoota 2 fi maallaqa £70,000 adabamaniiru.
⛔ Adabbiin kun har'a irraa eegala.
⛔ Leenjisaa itti aanaa Liivarpuul ammoo taphoota 2 fi £7,000 adabamaniiru.!
⛔ Akkuma kana Liivarpuul naamusa taphattoota isaanii too'achuu hin dandeenye jedhamuun £50,000 yoo adabamu, Everton ammoo £65,000 adabaman jiru
SHARE @madda_ispoortii