Garaa Nama Nyaata!
Dhiisanii Deemuun salphaa. Dhabbatanii Eeguun immoo Hedduu Ulfaataadha.
Namichi kun Magaalaa finfinnee keessa naannoo Bankii Daldala Itoophiyaa Damee Goofaa Jedhamutti Yeroo Hundaa kan argamudha.Dur osoo Daandii Bakka Kanaa hin Hojjetamiin Dura Jaalalleessa waliin Bakka kanatti wal Bellamu turan.Isheen garuu isa dhiistee nama biraa Jaallattee biyya alaa deemte.Innis ni dhufti jedhe baroota dheera ishee eeguudhan dabarse.Turtii kana keessatti sammuunsaa Tuqamee qalbii dhabe. Seenaa gaddisiisaa fi haala jaalalleenshee durii irra jiru kana kan dhageesse jaalaleenssa biyya turterraa gara biyyaa deebitee yeroosheen Bakka inni dhaabbatutti dubbisuuf deemtu inni garuu guutummaan guutuutti ishee dagateera.Garuu ammayyuu ni dhufti jedhee eegaa jira.
Jaalalli dhugaan gatii kana caalu nama baasisa.Nama si jaallatu dhiistee Deemuun Hangam ulfaata akka ta'e itti yaadimee!.
Faallaa isaatiin nama jaalala keenya gatii dhabsiisee deeme teenye eegunhoo? Kisaaraa hangamiiti? Isinumti Deebisaa.