Yeroo tokko haadha manaatu abbaa manaa shakka ture Isa qoruudhaaf mala malte. Hojjattuu mana isheetiin boqonnaan siif kennaa gara warra Kee deemi jetteen. Galgala bakka hojjattuun ciiftu uffata ishee baafatte ibsaa dhaamsitee rafte xiqqoo yoo turtu tokko ol galee ammatee Kan inni keessa jiru waa biraadha. achii hafuura citaa gaafa bagan SI argadhe jettee ibsaa balaq irratti gootuu namichi abbaa manaa ishee osoo hin taane waardiyyaa isaaniitu hojjattuu mana isaanii se'ee ... Gidduu kanaan abbaan manaa ishee kataf jedhee ol itti aseene. Lamaanuu akka dhalatanitti qullaa isaanii walirraa... Silaa Shakkii maaltu fideeyyu?
@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling