#exit_exam2019Akka kanatti hanga gaafa jela bultii qormtaatti deemnaan Yaadoon qormaata bahiinsaa hinjiraatu.
Ji'a 2ffaa, Torbee 1ffaa guyyaa 1ffaa sagantaa 'Exit_Exam 2019 online tutorial' hardha galgala sa'a 2:30 irratti kan eegalu taha.
Qormaata bara 2019 fagootti ilaaluun barnoota jiran hunda xumuruun qophoofnee eeguun gaafa qormaatni gahu immoo qormaata kana duraa hojjechuutti kan deebinu taha.
Bakka 'Network' hinjirres yoo jiraattan sagantaan barnootaa keenya sa'a kamittuu kallattiin waraabamee garee keessa waan taa'uuf yaaddoo hinqabaatiinaa.
Galmaa'uuf nuqunnamaa.
0917047563.
Telegram keenya
https://t.me/milkiHSC