MUL'ATAA KEENYA


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Aste
💬 ከ 17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል 🔜

የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ ነው ተወዳደሩ
⬇️

በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተ ምህረት ነበረ


👀 ትክክለኛውን መልስ ምረጡ ⬇️
📌𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐚𝐛𝐨𝐯𝐞 𝟏𝟎𝐤📌


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Beeksisaa of eeggaannoo !!!

Chelsean nama karaarra deemuu hundaa qabee garaa Stanford bridge gatii geessaa jiruuf hundi kessaan hamma isinii dandahametti manaa akka hin baane isiniin jenna!!

Share please 🙏🙏 1 year anniversary soon 🔜🔜🔜

Share➬ @MALKAA_MILKIII


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Intala Milishaa osoo janaajjanaa jirtu yoo haasofni si harkaa badu.......

Buchee Abbaan kee erga kaalsii miicatee waggaa maaqa guuteera?😂😂

💥 @MALKAA_MLKIII


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Zimbaabuwee keessatti osoo saamicha baankii irratti raawwataa jiruu, saamtuun baankii kun nama baankii keessa jiru hundaan: "Hin socho'inaa. Maallaqni kan Mootummaati. Jireenyi kee kan kee ti." jedhee akeekachise.

Namoonni baankii keessa jiran hundi callisanii ciisan. Kunis "Mind Changing Concept (Yaada Sammuu Jijjiiru) " jedhama, Akkaataa yaada barame jijjiiruu.

Giiftiin tokko haala miira nama kakaasuun minjaala irra yeroo ciiftu saamtuun sun: "Maaloo qaroomi! Kun saamicha malee gudeeddii miti!" jedheen.

Kunis "Being Professional (Ogeessa Ta'uu)" jedhama. Waan leenjifamte qofa irratti xiyyeeffadhu!

Saamtonni baankii yeroo gara manaatti deebi'an saamtuun quxisuun saamtuu isa angafaan "Obboleessa guddaa, maallaqa meeqa akka arganne haa lakkoofnu" jedhe.

Saamtuun angafaa akkana jedhe: "Ati baay'ee gowwaadha."

Maallaqni baay'ee waan ta'eef lakkaa'uuf yeroo dheeraa nutti fudhata. Halkan kana oduun TV hangam akka baankii saamne nutti hima!"

Kunis "Experience (Muuxannoo)" jedhama. Yeroo ammaa kana gahumsa waraqaa caalaa muuxannoon barbaachisaadha!

Saamtonni erga deemanii booda hogganaan baankii kun supparvaayizara baankii sanatti dafee poolisiitti akka bilbilu itti hime. Garuu supparvaayizarichi: "Turii altakka! Doolaara miiliyoona 10 baankii keessaa ofii keenyaaf baafannee, doolaara miliyoona 70 kan kanaan dura baankii irraa saamne sanatti daballa" jedheen.

Kunis "Swim with the tide (Dambalii wajjin sochoo'i) " jedhama. Haala mijataa hin taane gara faayidaa keessaniitti jijjiiruu!

Suppervaayizarichi akkas jedha: "Ji'a ji'aan saamichi yoo jiraate gaarii ta'a."

Kunis "Killing Boredom (Nuffi Ajjeesuu)" jedhama. Hojii kee caalaa Gammachuun Dhuunfaa barbaachisaa dha.

Guyyaa itti aanutti oduun TV akka gabaasetti doolaarri miiliyoona 100 baankii irraa fudhatame.

Saamtonni irra deddeebi'anii lakkaa'anii lakkaa'anii, garuu doolaara miiliyoona 20 qofa kan isaan argatan. Saamtonni kun baayyee aaranii akkas jedhanii komatan: "Lubbuu keenya balaaf saaxillee doolaara miiliyoona 20 qofa fudhanne. Hogganaan baankii doolaara miiliyoona 80 fudhate . Hattuu ta'uu caalaa barachuun wayya fakkaata!" jedhe.

Kunis "Knowledge is worth as much as gold! (Beekkumsi hamma warqee gatii qaba!)"

Haala kana hunda booddee Hogganaan baankii fi supparvaayizarri hundi isaanii kolfaa fi gammadaa jiru!!

Credit: Mandara Linkedin Irra

@MALKAA_MILKIII


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Jireenyi gabaabduu dha waan taateef jireenya nama kan biraa jiraachuudhaan of hin qisaasessin!
DANDEETTII kee faana dorgomi!🧠

@MALKAA_MILKIII


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥 𝐇𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐧𝐮𝐮

1. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐅𝐚𝐣𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐙𝐮𝐡𝐫𝐢𝐢, 𝐌𝐚𝐠𝐫𝐢𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐢
𝐢𝐬𝐡𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐆𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
2. 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐂𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧
3. 𝐇𝐢𝐫𝐫𝐢𝐛𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐧
4. 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐁𝐢𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐢𝐧!
5. 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧
6. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞 𝐔𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐒𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢
7. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐎𝐥 𝐇𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐧
8. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐅𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐓𝐮𝐟𝐢𝐧
9. 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐂𝐢𝐥𝐞𝐞𝐧/ 𝐊𝐚𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐢𝐠𝐢𝐧/𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐧
10. 𝐀𝐳𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
11. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
12. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐢𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧.
13. 𝐈𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢

𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐖𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 𝐍𝐮𝐮 𝐇𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮

𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐍𝐔
𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀.
⤵️
🎯 @MALKAA_MILKIII


Rakkoon Atii Amma Itti Jirtu Tun Xurree Karaa Milkii Keetii Siif Tahuu Maltii Rabbii Kee Hin Komatiin
Rahmataa Rabbirraa Gara Hin Muratiin #Farhiyaa Adam


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
HADIISA AJAA'IBAA KANA ITTI DHIHADHA.
~~~~
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula { Sallallaahu alleeyhii wassallam } gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuulii { S.A.W } akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha SIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne ( kan diliin isaa waa xiqqoo ) Akka hangaasuutti, hanga libsuu
ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul { S.A.W } xarafa siraax dhaabbateeti
Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa
rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis { S.A.W } maaltu siboochisa
ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul { S.A.W } akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin
yaadatu! Kanaaf addunyaarratti kheeyrii
haa carraaqannuu..

@MALKAA_MILKIII


Durba ati gattee dhiiraa biraatuu fuudhaa durba dhiiraa biraan gatamtee ammo situ fuudhaa kuni maths keessatti "amala jijjiirraa iddoo" jedhamaa.😁


Bara jireenya fixxensa ganamaa tate tanatti akkas gara walitti jabaachuun maalii dha? Mee maaltuu irraa baratama, dhaloonii egeree....... Maal hubata?saafuu isinif Harreen Isaan batee isiin caalaa yaadii jedheen amanaa waaqni Tessoo isaa ulfina qabeessa irraa gadii isin ilaaluu jal'inna kessaan kaanatti caal hin jedharee?.....,.egaa foon isanii malee lubbuu ilmaan kana waan tokko illee gochuu hin dandeessan waaqayyo isinitti haa faraduu Ani gartuu siyaasaa kaamiyyuu miti amma lubbuu kiyyaattis naa haa jibbisiisuu ,wanti ta'aa jiruu siyaasaa irraa maqee seera looltummaa irraas jijjiramee Akka bineensaa Wal nyaachuu ta'ee Wal salphisu ta'ee,uguum biyyoo isin nyaatuu sodoomii fi gomooraan yoo nuti xiqqaatee malee nuti hin guddatuu nati fakkata yoo Akka Hojii keenyaa haa ta'u Ani firdii- kennu hin danda'uu cubbutti hin galuu waaqayyoof dhiiseera...ayii bara ayi nama ayi yaa dhugaa? essaa dhaqxee essaa jirtaa?

@MALKAA_MILKIII


DURAADUUBA

1,-> Dubbachuun dura, Yaadi!
2, -> Mallatteesuun dura, dubbisi!
3, -> Barsiisuun dura, baradhu!
4, -> Gorsuun dura, hojiin agarsiisi!
5, -> Muruun dura, safari!
6, -> Ajjeessuun dura, bakka buusi!
7,-> Xiinxaluun dura, hubadhu!
8,-> Amanuun dura, mirkaneeffadhu!
9, -> Du'uun dura, qalbii geeddaradhu!
10,->Murteessuun dura, qoradhu!
11,->Hojjechuun dura, karoorsi!
12,->Dhukaasuun dura, ilaami!
13,->Deemun dura, abdii horadhu!
14,-> Qoosuun dura, adda baafadhu!
15, ->Nyaachun duraa hojjedhu!
16, ->Dhiibuun osoo hin taane malaan
hojjadhu!
17,->Taa'uun dura iddoo ilaalladhu!
18,->Yeroo dubbattu, waan ijoo qofa
dubbadhu!
19,->Yommuu aartu, dafii tasgabbaa'i!
20,Yommuu mariyattu, hubataa ta'i!
21,Yeroo murteessitu, gara kuteessa ta'i
22,->Yommuu, rakkattu, dafii mala barbaadi
23,->Yommuu fudhattu, lakkaa'i!
Yaadoota dabalataa argachuuf


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
"Abshiir kheessa baata ni dabarti" nama siin ja'u if biraa qabaatuun akka waan laaftutti hin laalin!.❤️‍🩹🖇



@MALKAA_MILKIII


𝐖𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐃𝐈𝐈


✧𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐟𝐚 𝐖𝐚𝐚
𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚

➪ 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐟𝐚 𝐡𝐚𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.
➪ 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐢 𝐢𝐟𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.
➪ 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐟𝐚 𝐠𝐚𝐛𝐫𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
!
➪ 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚
➪ 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚
➪ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐦𝐚𝐚

✤ 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐚 Sadii 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐢𝐢!
➪ 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
➪ 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
➪ 𝐃𝐮'𝐮𝐮

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮!
➪ 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚
➪ 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨
➪ 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚

✤ 𝐘𝐚𝐚 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐚'𝐢𝐢!
➪ 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢
➪ 𝐃𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐥𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢
➪ 𝐃𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐚𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧!
➪ 𝐊𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞
➪ 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞
➪ 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮!
➪ 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐚
➪ 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚
➪ 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚

✤ 𝐈𝐥𝐦𝐢 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚!
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮𝐝𝐡𝐚.
✤ 𝐉𝐚𝐚𝐫𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢!
➪ 𝐎𝐛𝐬𝐮𝐮
➪ 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐮𝐮
➪ 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚.


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Barttonni Har'a isinin Eebbisa aammin jedha

Har'a Oduu biraanun nagga bakka inni bu'e dhabame Jedhu isin haa dhageeysisu😂😂


💥 @MALKAA_MILKIII


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
🫶በምንም አይነት ሁኔታ ላይ ብትሆኑ በፍፁም ተስፋ እንዳትቆርጡ!!! አንድ ቀን የደረሳቹህበትን አይታቹህ ተስፋ ባለመቁረጣቹህ እራሳቹህን ፡
እንዲሁም አሏህን #ታመሰግናላችሁ
.🧕@MALKAA_MILKIII



ቁስልህ የሚያምህ ከሆንክ;
በሕይወት ለመኖርህ ማስረጃ ነው፤

የሌሎች ቁስል የሚያምህ ከሆንክ ግን
ሰው ለመሆንህ ማስረጃ ነው!!


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Cinqamuun gammachuu arraa malee rakkina boruu nurraa hin oofu!.❤️‍🩹🖇



@MALKAA_MILKIII


WANTOOTA SHAN GURGUDDOO KAN SAMMUU KEENYA MIIDHAN


1. Ciree soorachuu (nyaachuu) dhiisuu!
2. Nyaatuma argatte nyaachuu, gosa nyaataa filachuu dhiisuu, keessattuu nyaata sukkaarri itti baayyate nyaachuu
3. Hirriiba gahaa rafuu dhabuu
4. Boqonnaa gahaa dhabuu
5. Teknoolojii adda addaa kan akka mobaayilaa fi laptop fi kan kana fakkaatan yeroo dheeraaf osoo jidduun boqonnaa hin fudhannee yeroo dheeraaf fayyadamuu!
React🫡🥰😍🤗


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
O people, is there a better opportunity than this? And yet you say you are not lucky? By Allah, if you have Islam, then you are truly lucky.🥺😀

يَا أَيُّهَا النَّاسُ، هَلْ هُنَاكَ فُرْصَةٌ أَفْضَلُ مِنْ هٰذِهِ؟ ثُمَّ تَقُولُونَ إِنَّكُمْ غَيْرُ مَحْظُوظِينَ! وَاللَّهِ، إِنْ كَانَ لَدَيْكُمُ الْإِسْلَامُ، فَأَنْتُمْ مَحْظُوظُونَ حَقًّا.

ٱلْـحَـمْـدُ لِلَّٰهِ عَلَىٰ نِعْمَةِ ٱلْإِسْلَامِ🥺🥰


Репост из: @MALKAA_MILKII 💜
Ana:- Barsiisaa gaafiin qaba 

Barsiisaa: Itti fufi.

Ana:- Akkamitti Arba firiijii keessa galchuu dandeenyaa?

Barsiisaa:- Hin beeku 😒

Ana:- baay'ee salphaadha  firijii qofa banuun arba  tokko keessa kaa'a.

Barsiisaa:- tole 🙊

Ana:- Akkasumas akkamitti harree firijii keessa kaa'uu dandeenyaa?

Barsiisaa:- baay'ee salphata firijii bananii harree keessa kaa'u qofa.

Ana:- Lakki dursa harree galchuuf arba keessa baasna, sana booda harree keessa galchina.

Barsiisaa:-  OK .

Ana:- Gaaffii biraan qaba🙋🏾

Barsiisaa:- Itti fufi

Ana:- Bineensonni hundi yoo ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaatan, bineensa kamtu hafee maaliif?

Barsiisaa:- Bineensi hundi leenca waan sodaataniif kan hafe hin jiru.

Ana:- Lakki harree, sababn isaa ammallee firiijii keessa wan jirtuuf.

Barsiisaa:- Uuf na maraachuuf moo muca.

Ana:- Gaaffii dhumaa.

Barsiisaa:- Tole itti fufi

Ana:- Akkamitti utuu Naachii sin xuqin bishaan  guutee fi riqicha hin jirre qaxxaamurtaa?

Barsiisaa:- salphaa mitii kun bidiruu qofa fayyadama.

Ana:- Lakki bineensonni hundi ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaataa waan jiraniif, daaktnii ce'uu nii dandeesssu.

Barsiisaa:- Uff daree naa lakkisii

💥 @MALKAA_MILKIII
💥 @MALKAA_MILKIII

Показано 20 последних публикаций.