MUL'ATAA KEENYA


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


bank of oromia gifts 🎁 💸

🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁

Badhaasa qarshii 10,000 qopheessee wan jiruuf bakka #CLICK_HERE jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

CARRA GAARII

Bank of oromia gifts 🎁💸


Репост из: £€¥¢$
ሰው በመጋበዝ ብቻ በቀላሉ ገንዘብ ይስሩ
በወር እስከ 10,000 ብር መስራት ይቻላል
በ1 ሰው 100 ብር 1$ 😱😱😱

ለመጀመር ከስር START የምትለዋን BUTTON ይጫኑ ‼️‼️‼️


Itoophiyaa keessatti haga amma dhiitichoo milishaa qofa bilisaan argachaa jirraa😭


Репост из: JECHAMOOTA
Namni akeekaa fi galma barbaadame bira gahuu kan dadhabuuf waan rakkinni isaa baay'ateef utuu hin ta'in waan dafee abdii kutatuufidha

Wanti dafee dhufu dafee bada wanti obsaan eeggatanii argatan garuu hamma dhumaatti nama fayyada nama quubsaas

Of amansiisi !sammuu keetti dhimma bahi !galma gahuuf akeekate bira gahi !
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫


Xiyyaara ofuuf =Barachuu Qabna
Iphone Bitachuuf=Qarshii Qabachuu Qabna
Milishaa tahuuf hoo=???🤣🤣🤣😅
Xumuraa Comment 👇😅


Intalii Tokko abba ishee post goote suura ishee sa'een Buchoo jedhe

💔 Basic mode Facebook🥺




Waynee😄😁🤣


Addunyaa kana irratti nama lama gonkumaa hin dagatin:

1) Nama akka ati injifattu qofaaf waan hunda dhabe.

(Abbaa kee)

2) Nama dhukkubbii kee hunda keessatti si waliin ture.

(Haadha kee)

Gonkumaa hin Dagatin!




“Are you okay?” No,
I miss my favorite person.





Yeroo baay'ee dhiirri baareedaan
Maaliif yeroo akka hin qabne  beektaa ?

Amma yeroo hin qabu boodan isinitti hima.😁

Shar
e➬ @Mulataakeenya
Shar
e➬ @Mulataakeenya


Репост из: Shagar post
App Kun Hallan Dalagaa Jirra Daffa Link kanaan Seena Bufadhaa Amumaa React godha me ga

https://play.google.com/store/apps/details?id=xyz.sevennetvpn.org


@fare_99


Poolisii shamaraa takkaan sin jalladhe jedhee itti himnaan ragaa nama sadii qopheessi nan jette😏


Durbaa daree ofiitii jaalachuu jechuun gosa barnoota tokko ofumaan ofittii dabaluu jechuudha😌😌😁😁😂😭😢


durba gabaabduu yeroon argu fiigii irra utaali na jedha.😥🥱


Seexanni gaafa mudii sitti qabattu chikii bilbila hin qabne si jaalachiifti😀


Lack of direction, not lack of time, is the problem. We all have twenty-four hour days.
― ZigZiglar


Jireenya 😢😢

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵
7,Deebitee check gootee/ilaalte.😁
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru🙈
9, Ofitti kofalte.🤦‍♀️😋
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne🙄
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte😂
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.


Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤭😂


Midhagdee Jiratuus 🥰
Miidhamtee jiraatus😔
Adunyaan kun Kontiraata ta'uu hin dagatin😓


Utuu Qubee "S"n Hin jiraanne  udaan taanera
Jette Biyyi  SUDAAN


💀

Share@Mulataakeenya
Share
@Mulataakeenya


Garagarummaan Nama Dalagatetifi Baratee Akka Bluetooth fi WiFi ti
WiFi password nama Gaafata😁

Показано 20 последних публикаций.