Tapha deebii walakkaa xumuraa Kaaraabaa'oo Ingiliiz marsaa 2ffaa! 🏴
🔴Liivarpuul 🆚 Tootinhaam ⚪️
Yeroo Tapha ⏰ :-
Halkan 05:00
Dirree Tapha 🏟 :-
Istaadiyeemii Anfiild Rood
Abbaa Murtee👨:-
Kiraag Paawsan
GAMAAGGAMA TAPHA DURAA!🧾
🔴
LIIVARPUUL🔴
Kilabiin keenya taphoota shanan darban taphate keessaa afur injifachuun, tokkoon mo'amuun isaa ni yaadatama. Taphoota shanan taphate keessaa lama irratti goolii kan hin keessumeessine yoo ta'u, sadan hafan irratti ammoo goolii geessummeessuun baheera. Kilabiin keenya taphoota 5 darbaniin goolii 12 lakkoofsiseera.
⚪️
TOOTINHAAM⚪️
Morkattoonni keenya Tootinaam taphoota shanan darban keessaa sadii injifachuun lamaan hafan ammoo mo'amaniiru. Taphoota 5n darban keessatti goolii 11 galchuun goolii 7 irratti lakkoofsisaniiru.
#itti_fufa...
[ SHARE |
@Oroliverpool12[ SHARE |
@Oroliverpool12 ⇲