Rakkinni Yaa jiraatu
Maatii hiyyeessaa irraa dhalachuu fi rakkina keesaa jiraachuun kee si gaddisiisuu hin qabu.T𝕙𝕠𝕦𝕘𝕙𝕥 𝕡𝕠𝕨𝕖𝕣
Inumayyuu bakka abjuuf mul'ata keetii gahuuf xiiqii sitti horee kaka'uumsa cimaadhan akka hojjatuuf si gargaaruu qaba.
Kanaafuu rakkinni of keessatti eebba qabatee siif deema jechuudha.
Baguman rakkadhe,silaa bakka mijataa(Comfort Zone) koo keessaa hin bahee daandiin ammaa kanatti hin dhufu ture.