T𝕙𝕠𝕦𝕘𝕙𝕥 P𝕠𝕨𝕖𝕣


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


With this channel we talk about:-
👉Vision(Mul'ata)
👉Dream(Abjuu)
👉Inner Peace(Nageenya keessoo)
👉Life Wisdome(Ogummaa jireenyaa)
👉Quotes(Jecha Hayyootaa)
👉Your True Version
Stay tune!
Remember to share like and Comment

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


Google is FREE.
YouTube is FREE.
ChatGPT is FREE.
Podcasts are FREE.
The Library is FREE.

Knowledge is everywhere.
Start learning and earning if you want to change your life. No Excuses!


Network Marketing hojjachuun dhangaa jireenyaa dhandhamuudha.

Baguman indaastirii kana keesaa hojjadhe.

Namoonni nu waliin dalaguu feetan na dubbisaa
👇👇
@amdivine9


Ganama sochii qaamatiin eegalle.


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
2ኛ ቀን የመጀመሪያ ማለዳ በአርባምንጭ ሰማይ ስር
ኢቲኬሪያንስ በተለመደው ንቃትና ተነሳሽነት ቀናችንን በስፖርታዊ እንቅስቃሴ ጀምረናል
#etcare #icare #youcare #wecare
@etcareofficial


Etcare namoota promotion Arba Minch galmaan.gahan 100 ol fudhatee gara Arba Minch deemaa jira.

Bon Voyage


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Promotion Arba minch namoonni galmaan gahan deemsa eegaluuf.
Guyyaan: Guraandhala 8 hamma 11tti.
Turtii guyyaa 4 fi halkan 3 ni taasifna.
Baasii tokko malee waliin dabarsina.
Congratulation for Promotion Achievers
@etcareofficial


EENYU EEGAA JIRTA?
~
Dhaamsa #Trump hoggantoota Afrikaaf dhaame.
1. Lammii kee ati mataa keessa dhiittee bulchitu eenyu akka siif kabajuuf yaadda.
2. Biyya qabeenya uumamaan badhaate ati misoomsuu dadhabde eenyu dhufee akka siif misoomsu barbaadda?
3. Biyya ofii keetiif qabeenya isaa saamtee ittiin of ijaartu eenyu Akka siif ijaaru barbaadda.
4.Biyya ofii keetiif sirna barnootaa laamsha'aa Fi eegumsa fayyaa tirataadhaan dhamaafte eenyu dhufee akka siif tajaajiluuf yaadda?

Duraan gabrummaatu nu miidhe jechuun sababeeffattuu ,amma erga mirga ofiin of bulchuu argattanii yoo xiqqaate waggoota 60 ol ta'eera.
Ergasii maal hojjachaa Akka jirtan eenyu Akka dhufee siif madaalu barbaaddu?
Jechuun Hoggantoota Afrikaa qeeqaniiru.
~
Qeeqa roga qabuudha kun.
Atis eenyullee akka si jijjjiruuf hin eegiin.
Jijjiirramuu yoo feete atuu gahaadha jireenya keef!


YAADACHIISA
~
Chaanaaliin kun kana dura leenjiwwan adda addaa karaa barreeffamaan kennaa turuun isaa ni yaadatama.
Hanga ammaatti namoonni hedduun irraa fayyadamanii jiru.
~
Amma sadarkaa tokko ol guddisuutti jirra.
Yeroo dhiyootti leenjiwwan jireenya namaa jijjiiruu danda'an tamsaasa kallattiitin/LIVE) kennuuf haalduree hundumaa xumurree jirra.
~
Yeroo dhiyootti nu eegaa!
Thpught Power


Rakkinni jireenya kee keessa ni jiraa?

Falli ati qabdu lama.
Furmaata barbaaddee gara milkii deemuu ykn abdii kuttee baduu!


GAMMACHUU ONNEERRAA MADDE!
~
Namoota Etcare naaf kenne keessaa tokko Tazarraadha.
Ani guyyuma si argadhun carroome.
Ati nama callisaadha,garuu ogeessaf xiiqa'aadha. Edaa ogummaan callisuu keessa jira.
Anuu reefu naaf gale.
~
Arba Minch Promotion galmaan gahuu keef gammachuu koon callisee dhandhamaa jira.
Callisuu sirraan barekaa


NETWORK MARKETING'N INDAASTIRII KAM CAALAYYUU MILIYENAROOTA UUMEE JIRA

#ERIC_WORRE

Namoonni System kanatti makamtanii na waliin dalaguu feetan na dubbisaa

@amdivine9


HABIT TRAINING
~
JIREENYA KEE JIJJIIRUU FEENAN BARSIIFATA KEE JIJJIIRI.

ETCARE DAMEE ADAAMATTI LEENJIIN BARSIIFATA MILKIIF NU GEESSU GABBIFACHUU BIFA BAREEDAA TA'EEN EEGALEE JIRA.

DHAABBATA KANA WALIIN HOJJACHUUN KOO EEBBIFAMUUDHA!

#ETCARE


Mindaan qoricha abjuu kee si  dagachiisuuf siif kennamuudha.
#Kevin O'Leary

@thoughtpower_369


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Maal Irra Baratta?


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ከድህነት ጋር እንቅልፍ እንደምን ያለ ነው?
@tazeman21

https://t.me/opportunity369

Показано 15 последних публикаций.