#3 ✍️
➗ Xinsammuu 03 🟣
➊. Osoo dhugaan kophee hin godhatin dharti addunyaa naannoofti!
➋. Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta'uu kan hin dandeenye yoo ta'u balleessaan kee ta'u kan danda'u kuftee yoo achitti haftee dha!
➌. Bishaan kadhaan argame dheebuu nama hin baasu!
➍. Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmanneef of gooti!
➎. Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane wanta dukkana sana keessa jirudha!
@xinsammuu1 💥