#7 ✍️
➗ Xinsammuu 07 🟣
➊. Jaalalli dhugaa fageenya karaatiin hin daangeffamu!
➋. Jaalalli dhugaa furtuu jireenyati!
➌. Jaalalli dhugaa ibsaa addunyaa fi gaaddisa jiruuti!
➍. Nama jaalalli dhugaa kuffiseef, guulli harkisa lafaa itti hin gaafatamu!
➎. Yoo nama taate fedhii keetiif osoo hin taane kaayyoo keetiif dursa kenni.
@xinsammuu1 💥