#9 ✍️
➗ Xinsammuu 09 🟣
➊. Namni kaayyoo ofii beeku jaalalaan hin kufu kaayyoo isa galmaan ga'uuf kufa malee!
➋. Beekaa jechuun nama dogoggora ofii ofitti beekee irraa sirraa'edha!
➌. Moo'uu jechuun 1ffaa ba'uu osoo hin taane jijjiiramas agarsiisu dha!
➍. Barachuu jechuun barumsa keessa osoo hin taane barumsi nama keessa darbuu dha!
➎. Barumsa barattee yoo qoramtu jireenya immoo qoramtee baratta.
@xinsammuu1 💥