Sagaleen dhaabbata amantaa asii fi achii iyyu hunduu walitti qabamee, YESUUS Isa sagalee guddaadhaan, "Elii, Elii lamaa sabaktanii?" jedhee iyye caalaa nun fayyisu! Waaqayyo Abbaan al-takkaa Sagalee mararaa Ilma Isaa unuuf dhaga'eera! Galanni Yesuusiif haata'u🙏