Maalif Paws irrattii rakkoon hammaate?
⭐Kan baayyee nama gaddisisuu crypto keenya akkamiin guddiiffana jedhanii x page irrattii suura kana fakkaatun maxxansan, yeroo Trump rukkutame sana fudhatan.
1. Yeroo X page banatan, al 3 ol jalaa cufan, Elon musk sorreessii addunyaa kanaa X page kan isaa waan ta'eef, seera keenya jala waan darbeef isa suspended godhan.
2. Telegramii botiin isaa gara namoota million 31 ol qabullee delete godhan. Isa qofa miti. Channallii team subscribers millions 21 ol kan qaban lipsuu itti balleessan. Tole ammas channelii kan dhufaa kan paws kan subscribers million 6 qabu illee delete godha.
3. Qormaannii hagan gahu kun airdroppii ani hojje kanarrattii yeroo jalqabaaf na mudatee, haa ta'u.
➡️Tarii hanga ammaati Twitter hin banne yoo taatan kanaan banadhaa.
https://x.com/Dare0909_ab?t=fDvqniZHIMAZ-2xyK0RydQ&s=09
4. Amma furmaannii jiru, karaa website seenaatii verified godhadhaa. Link immoo gubbaa jira.
5. Oddeffaannoo immoo karaa X fi discord malee karaa biraa hin jiru. Oddeeffannoo biraa argachuuf link kanan nu hordoffaa.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0