🇷 🇴 🇧 🇪 🇷 🇦 . 𝗠 ✝️
Репост из: God's Word Presence! [GWP-MEDIA]📺
Yohaannis 7:37-39
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁷ Guyyaan dhuma ayyaanichaa guyyoota sana hunduma irra caalaa guddaa ture; guyyaa sanatti Yesus ka'ee dhaabatee, sagalee isaa ol fudhatee, "Namni dheebote yoo jiraate gara koo haa dhufu, haa dhugus.
³⁸ Namni anatti amanu akkasuma haa godhu! Macaafni akkuma dubbate, 'Yaa'aan bishaan jiraataa garaa isaa keessaa in burqa'" jedhe.
³⁹ Inni dubbii kana waa'ee hafuura qulqulluu, isa warri isatti amanan fudhachuuf jiraniif dubbate; inni iddoo ulfina isaatti waan ol hin fudhataminiif, hafuurri qulqulluun amma iyyuu hin kennamne ture.
🔴JOIN US ON ||
🔔Nutti Makamuf
🔻🔻🔻🔻🔻🔻
👉🏼 https://t.me/Gosp22