አቶ ቡልቻ ደመቅሳ በማረፋቸው የተሰማኝን ኀዘን እገልጻለሁ።
በሚችሉት ሁሉ ሀገራቸውንና አፍሪካን ያገለገሉ፣ በአቋማቸው ጽኑ፣ ሕዝቦችን ለማቀራረብ የተጉ፣ እውነት ነው ብለው ያመኑትን የትምና መቼም የሚናገሩ ነበሩ።
እንዲህ ዓይነት ብርቱ ሽማግሌዎችን ማጣት ጉዳቱ ለሀገር ነው። ፈጣሪ ነፍሳቸውን ይቀበላት።
Obbo Bulchaa Dammaqsaa boqochuusaaniitti gadda natti dhagahamen ibsa.
Waan danda'an hundaan biyyasaaniifi Afrikaa kan tajaajilan, hejjennoosaaniitiin cimaa, uummattoota walitti-dhiyeessuuf kan dhama'an, waan dhugaadha jedhanii itti amanan essattuu yoomiyyuu kan dubbatan turani.
Maanguddoota ciccimooo akkasaanìi dhabuun biyyaa miidha. Uumaan lubbuusaanii haa simatu.