🇨🇳Mucaan ganna 10 hojii manaa isaa hin xumurre jechuun abbaan isaa lolee jennaan poolisiitti bilbilee abbaan isaa qoricha dhorkamaa dhoksee akka jiru itti himuun warra isaa irratti haaloo ba'e.Taatee ajaa’ibaa kun jalqaba baatii kanaa Chaayinaa Yongning County keessatti raawwatame.mucaan Kun hojii manaa isaa yerootiin xumuruu dhabuu isaatiin Abbaa isaan erga baayyee arraabsamee booda ariitiidhaan gara mana daldalaa Naannoo isaa jiru deemuun gara lakkoofsa atattama biyya Chayinaa 110 tti bilbiluudhaan abbaan koo qola abaaboo Akka seeraan alaatti ilaalamu mana keessa Akka qabu itti hime🤗🤗
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔