Kana dhageessanii laata❓
Pirezidaantiin taphattuu dubaraa garee biyyaallessaa Ispeen dhungate adabbiin itti murtaa'e.
Waancaa addunyaa dubartootaa 2023 irratti yeroo gareen biyyaalessaa Ispeen injifatu, taphattuu garee Ispeen kan taate Hermooso badhaasa fudhachuuf yeroo deemtu eyyama ishee malee qabuun hidhii ishee irra kan dhungate Pirezidaantiin kubbaa miillaa Ispeen yeroosii Luyis Ruubeliyaas irratti manni murtii adabbii dabarseera.
Adabbii kannaanis Yuuroo kuma kudhan taphattuu kanaaf akka kaffaluufi akkasumas bakkasheen jirtu irraa meetira 200 akka fagaatu itti murtaa'eera.👀
⚡Join
@Dambalii_beekumsaa🔔