🇬🇧 ''Maanchister Yunaayitid geebaf dorgomuuf carraa qaba'' Arteetaa
Leenjisaan Arsenaal Maaykil Artetaan taphni boru Maanchister Yunaayitid waliin taasisan tapha cimaa ta'u ibsaniiru.
Wa'ee Ruban Amoorim iratti
'' Inni haalli itti taphatu gaaridha, inni kilabii kanaaf humna haaraa ta'eera taphni kun tapha gudaadha nuti garu waa'ee kenya qofa iratti xiyyeeffannaa. Yeroo amnaa haala gaarii ira jirra haala kanaan itti fufuu qabna.
Wa'ee morkii geeba Piriimeer Liigii iratti
'' Liigiin ganaa jalqabarra jira kilabiin kanaan booda walitti aansuun taphoota injifachuu danda'u hunduu carraa injifachuu qaba''
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ