Jude Bellingham Abbaa murtee arrabsuun kardii diimaan dirree keessa ariiyamee ture kunis qorannoon mirkana'ee dhugaa taanan taphoota 4-12 adabbiin isa mudachuu malaa jedhame.😱💣
Yaada abbaan murtee taphichaa 🗣️ Munuera Montero taphaan booda laate akkaa jedhuttii yoo ta'ee "f*ck U jechun na arrabse" jedheera. #Karloo_Anchelootiin ammoo gamaa isaan akkaa jedhettii "Abbaan murtee Ingiliffaa Juude waan hubate nattii hin fakkaatu Juudeen 'f*ck off' jedhee male F*ck U hin jennee" jedhaniiru. Isinoo mal jettuu dhugumaan Biiliin kana ni godha jettuumoo abbaan murtee akkuma karloon jedhee dogoggora hubannooti jettuu ???