Napoli qabxii tokkoo gadi buuseera
✅ Tapha torbee digdamii shanaffaa Serie Xaaliyaanii A ttin har'a taphni napoli fi laziiyoo waliin geggeeffamee jira tapha kanaanis napolii fi laaziyoon qabxii 2 fi 2 qixaa qooddachuudhaan taphni xumurameera
✅Gooliiwwan injifannoo Naapooliidhaf Raaspaadorii fi Maaruusiich goolii ofirratti galcheen Isaaksii fi Deeyaan Laaziyoo dhaf goolii qixxeessituu galchaniiru
✅dursaan liigichaa napoliin taphoota liigii sadan darban injifachuu dhabuudhaan hunda isaanii qixa bahuun ni yaadatama
✅ Intar Miilaan tapha itti aanu yoo injifachuu danda'e sadarkaa liigii kanaa ni fudhata.
Haalli qabxii isaanii
1️⃣ Naapoolii :- Qabxii 56
4️⃣ Laaziyoo :- Qabxii 46
Sagantaa itti aanu?
Dilbata -Veeneziyaa 🔰 Laaziyoo walin
Wiixata - Koomoo 🔰Naapoolii waliin