Seenaa Dhugaa Kana irraa Maal Baranna?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📌 Ergaa Barattoota Kutaa 12ffaaf ta'udha
✍️ Biliyeena beekkamaadha. Namoota 100,000 ol qacaree hojjechiisa. Awurooppaa keessatti warshaa qorichaa beekamaan kan isaati. Biyya Garman keessatti biliyeenara tokkoffaadha. Akka addunyaatti Dhaabbata 120 qaba. Akka tasaa ta'ee yeruma tokkoon kisaaraa cimaan isa qunname. Innis kisaaraa koo kana taa'ee ilaalurra ija namaa jalaa sokkuu wayya kan jedhu sodaan keessa isaatti uumame. Battaluma sana mana jireenya isaatii bahee Baabura🚊🚊 saffisaan fiigu jala of buusun lubbuu of dabarse😭
Wanta nama ajaa'ibu inni Du'ee guyyaa sadi booda wantootni isa sodaachisan hunduu sirreeffamuun haalonni mijatee ture. Inni garuu sodaa mo'achuu dadhabee lubbuu of dabarse. Seenaa dhugaa bara 2008 kufaatii Dinagdee biyya Jarman keessatti uumamedha. Namichi Adolf markel jedhama.
Wanta baay'ee sodaachuu dandeessa. Qabxiin koo gadi bu'e namni maal naan jedha jettee ofitti gadduun abdii kutuu dandeessa. Ofiima keef gaddita malee eenyumtuu jireenya kee siif hin jiraatu. Pls Namni maal naan jedhaa of keessaa gati abdii kutuu keen dura mee uumaa kee yaadadhu!🧏🏽♀️Bar inni tasumallee si hin gatu. Uumaa kee jechuun isa abdattee raftee qilleensa ati hargantu kana balbala jalaan siif galchudha. Uuman kee iddoo addaa siif qaba. Namoonni baay'een qoramanii, garuu firii isaanii osoo hin argin darbaniiru. Ati carra qabeessa firii kee argiteetta. Kan sii ol fidan dhiisi, kan sii gadi fidan kumaatama ilaalii gammadi. Isaan sunniin qabxii kee hawwu. Osoo beektee lubbuun jiraachuun kee qofti abdiidha. Daandin milkaa'inaa immoo kumaatama.
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa ✅