Abjuu Guddaa...
▬▬▬▬▬▬▬▬
💡 Kophaa kee abjuu guddaa milkeessuu hin dandeessu! Gareen (team) barbaachisaadha. Akka kee namoota yaada walfakkaataa qaban naannoo kee jiran yoo hin qabaanne, kaayyoo kee guddaa ofuma keetiin galmaan gahuun baay'ee rakkisaa ta'a. Amma irraa eegalii namoota sana barbaadi! Isaanis si barbaadaa jiru.
A big dream
ትልቅ ህልም...
▬▬▬▬▬▬▬▬
✉️ ትልቅ ህልም ለብቻህ አይሳካም! Team/ቡድን ያስፈልጋል። እንዳንተ አይነት አላማ ያላቸው ሰዎች በዙሪያህ ከሌሉ ያንተን ትልቅ ግብ ለብቻህ ማሳካት በጣም ከባድ ይሆናል። ከአሁን ጀምሮ እነዛን ሰዎች ፈልጋቸው እነሱም አንተን እየፈለጉህ ነው።
@Gaggeessummaa ✅

Namoonni 10 kaayyoo tokkoof dhaabbatan namoota 100 kaayyoo adda addaaf dhaabbatan caalaa dhiibbaa gaarii fiduu danda'u! ✅
A big dream
The 10 people who stand for the same purpose can have a better impact than 100 people who stand for different purposes! ✅
ትልቅ ህልም...
▬▬▬▬▬▬▬▬
✉️ ትልቅ ህልም ለብቻህ አይሳካም! Team/ቡድን ያስፈልጋል። እንዳንተ አይነት አላማ ያላቸው ሰዎች በዙሪያህ ከሌሉ ያንተን ትልቅ ግብ ለብቻህ ማሳካት በጣም ከባድ ይሆናል። ከአሁን ጀምሮ እነዛን ሰዎች ፈልጋቸው እነሱም አንተን እየፈለጉህ ነው።
ለአንድ አላማ የቆሙ 10 ሰዎች ለተለያየ አላማ ከቆሙ 100 ሰዎች የተሻለ ተጽእኖ መፍጠር ይችላሉ! ✅
@Gaggeessummaa ✅