"Isin warra maqaa koo sodaattaniif garuu aduun qajeelummaa inni qarri isaa fayyina of keessaa qabu isiniif in ba'a; akka jabbii goorana keessaa ba'ees gad baatanii in burraaqxu"
Caqasa kana🖕Kutaa M/Q keessaa Eessaa arganna ❓
Опрос
- Miikiyaas Raajichaa 4
- Muul'ata Yohaannis 20
- Faarsaa Daawit 55
- Miilkiyaas Raajichaa 4
- Wangeela Luqaas 17