Inni Ogummaa keenyadha; Humna Keenyas!
🔶 Waa'ee Cubbuu Keenyaaf Dhiphachuun Kiristoos, Fannifamuun Isaa, Du'uun Isaa, fi Du'aa Ka'uun Isaa; Waan hundumaa keenyadha. Jalqaba Keenya, Giddu-galeessa Keenya, Xumura keenyadhas. Inni Ogummaa keenyadha; Humna Keenyas!,
Kanaafu Isa Jiraachuu, Dubbachuu, Itti Boqochuu Hin Dadhabnu!
🔶 Waa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni humna Waaqayyoo ti.
—1Qorontoos 1:18
LIKE | JOIN | SHARE 📣GWP MEDIA
🔍 | JOIN GOCHUUF |👉🏼 AS TUQI