"Kadhaan nuuf hinmalu ture, garuu lubbuu olchuuf kadhanna"
" Boonyee kadhannee wal awwaaluurra boonyee kadhannee wal haayaalchifnu".
Akkam Jirtu uummanni oromoo biyya keessaaf biyya alaa baga jiraattani baga jiraanne. Akkuma beekamu Kanaan dura obboleessa keenya artist Tasammaa Galataa waggaa 30 ol artii oromoo keessatti hirmaachuudhaan hojii jajjaboo oromoon ittiin boonu hojjechaa tureera hojechaas jira. Haata'u malee dhibee dhukkuba onnee fii Kaanserii Dhiigaatiin qabamee hospitaala paawwuloositti yaalamaa utuu jjiruu hanqinni maallaqaa waan isa mudateef deeggarsa mana yaalaaf barbaachisu Isin gaafanne, waan dandeessan nudeeggartanii yaalarra jira. Kanaaf galanni uummata keenya guddaadha. haata'u malee dhukkubni Artist Tasammaa galataa yaalii fooyya'aaf biyya alaa deemee akka yaalamu boordiin hospitaala paawuloos murteessee jira. nutis "Case Summery" dhukkuba Kanaa hospitaalota biyya alaa India fii Turkiye erguudhaan baasii yaalaaf barbaachisu maallaqa biyya keenyaatiin 5,000,000- 6,000,000 akka barbaachisu nuuf himaniiru. artistiin Kunimmoo deeggarsa keessaniin yaalamaa jiraa. kana biratti maatii qabatee mana kiraa keessa jiraata. Artistiin qabeenya hinqabu. qabeenyi inni qabu Ummata Isaati. kanaaf Uummanni keenya, abbootiin qabeenyaa, mootummaan, uummanni biyya alaa jiraattan qarshii yaalaaf barbaachisu hanga dandeessan deeggarsa akka nuuf gootan fuuldura keessan dhaabbannee isin kadhachaa jirra. Uummanni keenyas kan kanaan dura nudeeggaraa turtanis kan nu deeggaruuf qophiirra jirtaniis waan dandeessaniin akka nicinaa dhaabbattanii artist Tasammaa Galataa yaala gaarii argate akka fayyu hadaraa isinitti dhaammanna.
#Hadaraa ergaa kana sheer nuuf gidhaa hiriyyottan keessan biraan nuuf ga'aa.
Lak.Herriga CBE 1000345360399 Tasammaa
Awash 01320023848800 Tasammaa
Koree CBE 1000654431136 Roman,Jima, Olii