Sammuun kee waan yeroo hunda ofitti irra deddeebitee dubbattu ni amana. Jajjabina, jaalalaa fi ofitti amanamummaadhaan ofitti dubbadhu. Ol Of kaasi. Hiriyaa ofii ta'i. Ati nama ajaa'ibaati, sana yaadadhu. 🤍
━━━━━━━━━━━
@walifantube🖌️
━━━━━━━━━━━
@walifantube🖌️