ባለፉት ሁለት ቀናት በኮሪደር ልማት ስራችን የጀመርናቸውን የታክሲ እና ባስ ተርሚናሎች፣ የመኪና ማቆሚያ ፓርኪንጎች እንዲሁም የፒያሳ መልሶ ማልማት ስራዎች ያሉበትን ሁኔታ ተዘዋውረን ገምግመናል::
በመጀመሪያው ዙር የኮሪደር ልማት ስራችን ሰርተን ለህዝብ ክፍት ካደረግናቸው ስራዎች በተጨማሪ በከተማችን ያለውን የትራፊክ ስርዓት እንዲያሳልጡ ከጀመርናቸው 48 የመኪና ማቆሚያ እና የታክሲ/ባስ መጫኛና ማውረጃዎች ውስጥ 11 የሚሆኑት ከ 2 እስከ 3 ወለል ከመሬት በታች እና ከመሬት በላይ እየተገነቡ መሆኑን መግለፃችን ይታወሳል::
በመሆኑም በአራት ኪሎ፣ ፒያሳ ጊዮርጊስ አካባቢ፣ ቸርችል መንገድ ቴዎድሮስ አደባባይ፣ ባሻ ወልዴ አካባቢ፣ ደጎል አደባባይ አካባቢ፣ ቦሌ ድልድይ አካባቢ፣ ቦሌ መንገድ ደንበል አካባቢ፣ ሳር ቤት፣ ቀበና አካባቢ፣ መገናኛ እና ሲኤምሲ አካባቢ ከመሬት በታች ከ 2 እስከ 3 ወለል ከመሬት በታች እና ከመሬት በላይ የሆኑ የታክሲና የባስ ተርሚናሎች የግንባታ ሁኔታ በጥሩ ሁኔታ ላይ የሚገኝ ሲሆን በታቀደው ጊዜ ውስጥ ተጠናቅቆ ለአገልግሎት ክፍት የሚደረግ ይሆናል::
በተጨማሪም በኮሪደር ልማት ስራችን የዋና መንገድ አካባቢ ብቻ ሳይሆን የውስጥ ለውስጥ መንገዶችን ጨምሮ ከተማችንን ለመኖር ምቹ እና አለምአቀፍ ደረጃዋን የጠበቀች ለማድረግ የጀመርናቸው ልዩ ልዩ መሰረተ ልማቶችንም የሚያካትት ሲሆን እነዚህ ስራዎች ለከተማችን ነዋሪዎችም ሰፊ የስራ እድል እየፈጠሩ ናቸው::
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ
Guyyoota lamaan dabran hojii keenya misooma koriidariitiin kan eegalle tarminaalota taaksii fi awtoobisii ,iddoollee dhaabbii makiinaa akkasumas haala hojiileen deebisanii misoomsuu Piyaassaa irratti argamu naannofnee gamaaggamnee jirra.
Hojii keenya marsaa jalqabaa misooma koriidariitiin hojjennee ummataaf banaa taasisnetti dabalataan sirna tiraafikaa magaalaa keenya keessa jiru saffisiisuuf kan eegalle idddoo dhaabbii makiinaa fi iddoo korsiisaa fi buusa taaksii/awtoobisii 48 keessaa 11 kan ta'an darbii 2 hanga 3 lafa jalaa fi lafa gubbatti ijaaramaa jiraachuu ibsuun keenya ni yaadatama.
Kanaaf Araat kiilootti,Piyaassaa naannoo Goorgisitti,daandii charchil adda baabaayii Tewoodroositti,naannoo Baashaa Waldeetti,naannoo Dagol addabaabaayiitti, naannoo Riqicha Booleetti,Daandii Boolee naannawa Dambalitti,Saarbeetitti,naannoo Qabbannaatti,naannoo Magganaanyaa fi CMCtti lafa jalaa fi gubbatti darbii 2 hanga 3 kan ta'an tarminaalotni awtoobisii fi taaksii haalli ijaarsa isaanii haala gaarii irratti kan argamu yennaa ta'u ,yeroo qabameefitti xumuramee tajaajilaaf banaa kan ta'u ta'a.
Dabalataanis hojiin keenya misooma koriidarii naannolee daandii guddaa qofaa osoo hin taane daandiilee keessa keessaas dabalatee magaalaa keenyaa jireenyaaf mijattuu fi sadarkaa idil-addunyaa kan eeggattee taasisuuf hojiilee bu'uura misooma adda addaa kan of keessatti qabatu yennaa ta'u hojiileen kunneen jiraattota magaalaa keenyaafis carraa hojii bal'aa uumaa kan jiraaniidha.
Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!