Waloo Debela Etana


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Telegram



Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Telegram
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: Zemen Promotion
🌹♥️🌹የሴት ጓደኛ ለመያዝ አስበህ ታውቃለህ ምን ልበላት ብለህ ቃላትስ አተህ ታውቃለህ🌹🌹 እንግዲያውስ የፍቅር ቃላት ፍለጋ አበቃ በቀላሉ ማግኘት ትችላለህ🥰🌹👇🌹👇🌹

https://t.me/+PTClkgVZ-MI2MDc0
https://t.me/+PTClkgVZ-MI2MDc0


Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.


Namummaa jaalladhu!

Beekamtii, qabeenya,
Bifaafi amala
Kana hunda laaltee
Hin kennin jaalala!

Namummaa jaalladhu
Hin kaa'in ulaagaa
Yoo akkana ta'e
Gaarummaan dagaaga!

Dadhabaa haa ta'u
Yookiinis hiyyeessa
Fira kee yookiinis
Du'a siif kiyyeessaa

Jibba jibbii dhiisii
Qabaadhu gamnummaa
Haaldureewwan malee
Jaalladhu namummaa!

✍️Debela etana
𝚓𝚘𝚒𝚗 𝚘𝚞𝚛 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
𝚏𝚘𝚛 𝚖𝚘𝚛𝚎 𝚙𝚘𝚎𝚖'𝚜
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪    @debela_etana
➪    @debela_etana
e𝚍𝚞𝚌𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗&𝚏𝚞𝚗𝚗𝚢
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍    ❤      🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ


bishaan qilxuu jalaa kan dhugu simbira, Ani rafee hin bulu yaanni koo si bira

https://t.me/debela_etana


Kan sitti fe'an baattee
Akka raatuufi doofaa
Hanga yoomii sammuukee
'Shufeerri' biraa oofaa?

Atoo nama fakkaatta
Hin qabdu boca biroo
Kan namaa baachuu malee
Maaliif of dhabe giroo?

Sagalee ol kaasee iyyee
Gaafan sittimu dhugaa
Gurrikee maaliif duuda
Ijjikee maaliif mugaa?

Yaaduman sitti fe'e
Naaf baannaan akka harree
Egaa... nama jedhamtaa?
Namumaan galtee tarree!

Namni hoo yaaduun caalee
Horiif bineensa baddaa
Ati hin yaaddu taanaan
Maaliin jararraa addaa?

Tarii akka bineeldaa
Hin nyaanneef male marga
Kan sitti fe'an baannaan
Sikeessaan jara arga!

Nama ta'uu barbaannaan
Elaamee akka gootuu
Sittan himaa dhagahi~tooftaa ati yaada namaa
Ofiikeen adda footu

Hin muginii caqasi
Guurii gurraa baafadhu
Mee “Ani eenyu” jedhii
Ofumaa of gaafadhu

Kaan fiigeef hin fiigini
Murteessuun dura yaadi
“Maafan dhaladhe” jedhi
Of argadhu barbaadii

Koo qofas jechuu miti
Yaada ormaas kabaji
Garuu waa'ee dhuunfaakee
Ofii keen of ajaji!

Yaadni ormaa harqoota
Si oofa gara badii
Of ta'i, atis nama
Eenyutu eenyuu gadi?

Waan itti amante irratti
Ejjannoon baasi gatii
Lakkoofsa guutuuf miti
Guuttee dhalatte ati!

Namaan oofamuu dhiisi
Sammuukeef laadhu bakka
Of-taatu nama taata
Homaa hin qabu shakka!

✍️Debela etana
𝚓𝚘𝚒𝚗 𝚘𝚞𝚛 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
𝚏𝚘𝚛 𝚖𝚘𝚛𝚎 𝚙𝚘𝚎𝚖'𝚜
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
@debela_etana
@debela_etana
e𝚍𝚞𝚌𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗&𝚏𝚞𝚗𝚗𝚢
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍    ❤      🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ




Репост из: BAACOO BARSIISOO
Dhiironni tokko tokko immoo jirtu kan akkas jettanu isheenoo birrii jaallatti, nama birrii hin qabneef tole hin jettu jedhanii ittiin durboota hamattu.😄
➡️Bukayo Sakan Kitaabasaa “you can change the trend” jedhu keessatti hamiin akkasii hamii hiyyeessi hiyyummaa isaa amanuu hin barbaadne tokko nama hamatu dha jedha.😊
Waanti an jechuu barbaade durbi tokko dhiira birrii qabu filaattee jaallachuun amala gadhee ta’uu hin danda’u. Dhiira jechuun mataa manaa erga ta’e Mallaqa, beekumsaa fi humna ittiin manasaa geggeessu qabachuu qaba😉
Kanaafuu situ dirqama dhamaa’ee Mallaqaa fi beekumsicha
Argachuu qaba malee isheen dhimma hiyyeessatti Heerumtee of hooqaa jiraachuuf hin qabdu!😊

Maaltu na galchee garuu😒

Share👉 @baacookoo
Share👉 @baacookoo


Репост из: Madda beekumsaa
SEENAA AJAA'IBAA KANA DUBBISAA!
==============================

➨Namticha tokkotu fardaan osoo deemuu namticha miilla lamaanuu hin qabne tokkotti dhufe. Namtichi miilla hin qabne sunis tabba ba'uu dadhabee foqoqaa ture. Abbaa fardaa argeetu, " Maaloo na bira hin darbin. Akkuma argitu kana miilli koo lachuu citaadha deemuu hin danda'u." Jedhaan. Abbaan fardaas hedduu gaddeef. Namticha miilla hin qabne kanas baatee fardarratti uddeellateetu imala eegale.
.
➨Erga takka deemanii booda, namtichi miilli citaa sunis abbaa fardaatiin akkas jedheen..., " Milli koo citaa waan ta'eef lama taanee farda kanarra taa'uun natti toluu dide. Ati miillikee fayyaa waan ta'eef xiqqoo lafa deemi; animmoo takkan kophaakoo yaabbadhaatii jedheen."
➨Abbaan fardaas duraanuu waan akka malee gaddeefii jiruuf, tole jedhee bu'ee lafa deemuu eegale. Namtichi miilla citaa sunis takka erga fardaan kophaasaa deemee booda. Gulufuu eegale. Abbaan fardaa dhaabi jedhus didee gulufee fagaatee deeme.
.
➨Abbaan fardaa sunis namtichi miilla citaa sun fardasaa fudhatee akka badaa jiru waan hubateef sagalee ol fuudhee akkas jedheen, " Farda kanallee fudhachuu fudhadhu. Waan narratti raawwatte kana garuu namatti hin himiin adaraa kee. Addunyaa kanarraa namni nama gargaaru nii dhabamaatii." Jedheen jedhama.
➨Waan gaarii hojedheen ofitti gammadee
Jiraadha gaafa jettu !
hojii rabbitti toluuf garraamummaa rabbi jaallatu hojedheen darba gaafa jettu !
Harka damma hiixatteen daaraa hammaarrattee gaafa galtuu!
Obsa akkamii naaf kenni jettanii Rabbiin kadhattu!

➨UTUU ISIN TA'EE MAAL GOOTU?

👉 GALATOOMA

╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝


Baratonni kutaa 9-12 jirtan Channel Brain wave keessaa wantota armaan gadij argachuu dandeessu;
1. Worksheet mana barumsaa garagaraa kutaa 9-12
2. Entrance exam question or entrance exam workbook
3. Note kutaa 9- 12
4. Video entrance exam wajjin walqabatan argachuu dandeessu. Kanaaf karaa link kana https://t.me/brainwave2421 join gochuu dandeessu.
NB. Gaaffi isinitti cimee dhiyyessun akka isinif hojetamu gochuu dandeessu!


Репост из: Burqituu walaloo
Siif na haa dhukkubu
Fedhus na haa ajjeesu
Na jibbiteef jedhee
Si jalachuun dhiisu

Sin jaaladha jedhee
Na jibbuu keen aadu
Jaalalti kennuu malee
Deebii hin barbaadu

Osoo ta'ee toluyyuu
Jaalalli gama lachuun
Deebii keetii miti
Anaatif gammachuun

Duuba  na jibbituu
Si jaalachuun dhiisu
Isa gammachuun koo
Osuma na dhiphisuu

share👉 @burqituu_walaloo
share👉 @burqituu_walaloo


Репост из: BAACOO BARSIISOO
Ergan sila hootela woyiitii
Foon nyaadhee, ba'aa baadhu baadhu na godha akkasumas dhiittaa na kajeelchisaa jira tarii
Foon harreen nyaadhee laata?😢

Pls react to turn 1k this post🙏

Share👉 @baacookoo


⭐Itoophiyaanonni Aurooppaadhan koloneeffamanii hin turre.

✔️Loltoonni Itoophiyaa lola bulchitoota koloneeffataa irratti geggeeffame keessatti leenca, beeylada, qilxuu fi saree fayyadamuun lola turan.

Loltoonni itoophiya durii uumama adda addaa leenjisanii diina lolanii turan .

⚡Join @Debela_etana 🔔


Репост из: Madda beekumsaa
Jabaadhuu Hojjedhu, Hiyyeessa Gaafa Taatu Nagaan Ati Nama Gaafattu illeen Kadhaa Fakkaata Waan Ta'eef.




Репост из: BAACOO BARSIISOO
"𝐇𝐚𝐥𝐤𝐚𝐧𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞 𝐪𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐝𝐮𝐮𝐜𝐡𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚" Sh.A😁


Share👉 @baacookoo


Kana beektuu❓

Akka qorannoon ifoomsetti, dhiironni hiriyaa shamarranii heedduu qaban, warra hin qabne caalaatti ofitti amanamummaa fi jireenya hawaasummaa gaarii qabu.

⚡Join @Debela_etana🔔


Durba Kaayyoof Siingiloomte Gadhen Dhiraa Dhabde Seeti 😜


Репост из: BAACOO BARSIISOO
Reettiin suuraa irraa kun funyoo kamiin hidhamtee jirtii?? 🤔

1.❤️          2.👍          3.😁

⚡Join @baacookoo 🔔


Magaalaa Losanjeles, Ameerikaa. 😭

⚡Join @debela_etana 🔔


👱‍♀Haadha manaa - osoo du'ee sitti tolaa?

👨‍🦰Abbaa manaa - Lakki tasumaa; naaf jiraadhu!

👱‍♀Haadha manaa - Maaliif?

👨‍🦰Abbaa manaa - Gammachuu irraa kan ka'e ani akka hin duune sodaadheetan!

😁😁

Показано 20 последних публикаций.