👱♀Haadha manaa - osoo du'ee sitti tolaa?
👨🦰Abbaa manaa - Lakki tasumaa; naaf jiraadhu!
👱♀Haadha manaa - Maaliif?
👨🦰Abbaa manaa - Gammachuu irraa kan ka'e ani akka hin duune sodaadheetan!
😁😁