Oduu Gammachisaa Leenjii adda bilisaan
SSI dhaabbata miti mootummaa fi tajaajila hawaasaaf kan hunda’e yoo ta’u leenjistoota muuxannoo waggaa 10 ol kan qabaniin kan hundeeffame fi yeroo gabaabaa keessatti waraqaa ragaan bilisaan kan eebisisuu dha.
Kanneen armaan gaditinis ni leenjisna
1. LEADERSHIP & MANAGEMENT
2. HOTEL AND TOURISM
3. SALES AND MARKETING
4. PRACTICAL ACCOUNTING
5. ENGLISH COMMUNICATION
6.PROJECT MANAGEMENT
Ulaagalee barbaachisan: Dookumentii kutaa 10/12 ykn isaa ol kooppi isaa.
Hubachisa:Dhaabbanni kan galmee dabalatee,kan waraaqa ragaa fitiraanskiriptii hin haagugu (kan leenji’aan kaffallamu ta’a).
Iddoon galmee: Mana barumsa Sadarka 2ffaa fi qophaa’ina Saabiyaan Dirre Dhawaa
Guyyaan galmee: 23/03/2017 hanga 05/04/2017 qofa.
Guyyaan Leenjii: - Dilbata fi Sanbata (Safti fi Alada)
Guyyaa orenteeshinii: 06/04/2017 Alada (Sanbata gudda) ganama sa’a 2:30
Odeeffannoo dabalataaf: 0919802095/ 0948594632 / 0924199460